Singer Getahun Geme

Singer Getahun Geme 0910010447

Post ayyaana faasikaa👏   baga naaf geessanimmoo marti keessanuu
20/04/2025

Post ayyaana faasikaa👏
baga naaf geessanimmoo marti keessanuu

Jaallatamtoota koo fb kootu guute dhiifama page kana follow godhaamee kunis kanuma kiyya!
30/11/2024

Jaallatamtoota koo fb kootu guute dhiifama page kana follow godhaamee kunis kanuma kiyya!

Akkas aabbee👏👏👏👏👏
25/09/2024

Akkas aabbee👏👏👏👏👏

????
Inni isin uume isin qofaa sirbitan😩
Inni isin waame isin morma achi qabaa darbitan!
✍️
Mee ana moo?
👉nama uumaa isaaf ol-aantummaa hin kenninetu Gowwaadha?
Gadi fageesseen dhugaa isinitti hima ganaa!

Ani nan jaalladha ❤️
Aadaa isaaf
Safuu isaaf
Duudhaa isaaf
Eenyummaa isaaf
Waan narraa eegamu hunda godheen isa gammachiisa!
Kana akka ani hin gooneef amantiin ko nan daangessu!

Garuu amantiin kan lubbuu ta’ee utuu jiruu!
Uummanni ko uumaa waan qabuuf,
Uumaa isaaf akka jilbeeffatu!
Karaa gooftaa Keenya fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos jireenya bara baraa lubbuu isaatiif akka argatuuf dhimmeen cichoominaan hojjedha!

Kun gowwummaa miti!

Itti aansuun namni abbaa fooniin isa dhalcheefuu kabaja guddaa qaba!

Aayyoo isaaf, Abbaa isaaf akkasumas hiriyyaa isaaf,
Mandara itti dhalate dabalatee sirba ykn weelluu baasaa oola!
Kana hunda keessaa kan dhaabbatee hafu hin jiru!
Hundumtuu akka awwaara bonaa bugugaa’ee baduuf jira!

Maarree akkamitti afaan keessaan keessaa waaqayyo isa hundumaa gararraa jiraatuuf!
Uumaa waaqaa fi lafaaf Sagaleessuu dadhabdan?????

Guyyaa fooniin duutanii lubbuun keessan gara isaa deemtu deebiin keessan maali?

Dhuguma waan itti jirtan kanatti gammachuu qabduuu?

Gabaabumatti dafaati utuu yeroo qabdanii gara Yesuus Kiristoos koottaa!
Inni hangafa qabsaa’aa mirga dhala namaa fi fayyisaa Cubbamootaati!
Waamichi kun kan lubbuuti dafaa maladhaa!

Namni kana dubbiftee gochuudhaan itti gaafatamummaa ke bahadhu!

Daddafee waanan barreesseef dogoggora qubee yoo argitan na offolchaa!
Waan dubbiftaniif galatoomaa🙏

Itti fufee waanan maxxansuuf page kana Dawit Girma Follow godhaa!

link comment jala jiruun deemaa waliif qoodaa!
godhaa!
Galatoomaa!

Amazing
26/04/2024

Amazing

  jedhamti. Qilleensa irratti si'a 35'ol gaggalagaluun beekamtii guddaa kan argatte, Leenjiftuu humna qilleensaa Ithiyoo...
26/04/2024

jedhamti. Qilleensa irratti si'a 35'ol gaggalagaluun beekamtii guddaa kan argatte, Leenjiftuu humna qilleensaa Ithiyoophiyaafi ajajjuu dhibbaati.

Akkas jette Seifu fantahun on EBS tv show irratti dubbatte. "Yesuus Kiristoos Waan namni kara kamiinuu haala kam keessatti naaf hin goone naaf godheera, Loltuutu Mootiif Ajj**fama malee akkamitti Mootiin Loltuuf Ajj**fama?, Yeroo Jalqabaaf Mootii ta'ee Loltuuf kan Ajj**fame qofaadha🙏👏 "

Gaafa yesuus siif galu jechoota akka dammaatu arrabaa nama yaa'a. Osoo siif hin galin dubbiinuu toora siif hin galu. Yesuus kun isinumaaf ha galu😍💞🙌
Via Ebsa Y Nagawo

Of ajjeesuu barbaannaan, maannoo boqochuu barbaannaan akka hirkootti🤣🤣🤣🤣🤣🤣
21/04/2024

Of ajjeesuu barbaannaan, maannoo boqochuu barbaannaan akka hirkootti🤣🤣🤣🤣🤣🤣

21/04/2024


01/12/2023

“"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!”
— Yoh. 3:16

Address

Bako
Holeta

Telephone

+251910010447

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singer Getahun Geme posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Singer Getahun Geme:

Share