Yubdo TVET Agricultural Department

Yubdo TVET Agricultural Department To Produce expriance exchange &Scaling up Strategies.

30/01/2023
Kooleejiin BLTO Yuubdoo Galmee COC eegaluu isaa gammachuudhaan ibsa!!!
27/01/2023

Kooleejiin BLTO Yuubdoo Galmee COC eegaluu isaa gammachuudhaan ibsa!!!

16/01/2023
12/01/2023

Leenjifamtootni muummee Crop Production demonstration Site irratti yommuu Shaakalaa jiran.

12/01/2023

When Cabbage is harvested.

12/01/2023

Sprinkler irrigation for Avocado grafting in Yubdo TVET College.

11/01/2023

Koleejiin BLTO Yuubdoo Goodina Lixa Wallaggaa Aanaa Yuudoo Keessatti argama.Yuubdoon
Seenaa Keessatti Wantoota hedduudhaan beekamti.Kanneen Keessaa Albuudota akka Warqee,Pilaatiiniyeemii,Ashawaa,Dhagaa fi Kanneen biroos ni jiru.Barnootaanis Yuubdoo Waliin Addunyaarratti haa beeksisnu!!!

11/01/2023

Leenjifamaa Leenjii Xumuree hojii Ofii Uummatu Oomishuuf Leenjiin Bilchina qabu murteessaadha!!!

11/01/2023

Cuucii Hawaasa Aanaa Yuubdoof gatii madaalaan raabsuuf akkasumas Leenjitoota irratti Leenjisuuf dabalees Galii Keessoo Kooleejichaatiif yeroo isaan kunuunfamaa jiran.

Kooleejii BLTO Yuubdootti Hojiilee Leenjisuutiin alatti hojiilee hedduun hojjetamanii jiru.Akka dippaartimentii Qonnaatt...
11/01/2023

Kooleejii BLTO Yuubdootti Hojiilee Leenjisuutiin alatti hojiilee hedduun hojjetamanii jiru.Akka dippaartimentii Qonnaatti hojiilee Demonstration Site akkasumas Galii keessoo Maddisiisuuf wantoota hojjetaman ilaaluun Like akka nu gootan kabajaan isin gkafanna.Galatoomaa!!!

Address

Holeta

Telephone

+251941736852

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yubdo TVET Agricultural Department posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Yubdo TVET Agricultural Department:

Share