Ol seena wanta haara argadha

Call Directions Website Contact the university

Ol seena wanta haara argadha Fb

Alhamdulillah gamachuu addaattiπŸ™
01/08/2025

Alhamdulillah gamachuu addaattiπŸ™

18/06/2023

β€œWaaqayyo duwwaatu hin du'u, inni ifa homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa hin argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf ulfinnii fi aangoon bara baraa baa ta'u! Ameen.”

Yohaannis 1ffaa:- 4:12
β€œαŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­αŠ• ያየ αŠ¨α‰Ά αˆ›αŠ•αˆ α‹¨αˆˆαˆα€ ... (αŠ α‹²αˆ± መ.ቡ)
β€œNamni tokko illee Waaqayyoon takkaa hin argine; ..."

Abbaan na erge immoo waa'ee koo dhugaa ba'eera. Sagalee isaa dhageessanii hin beektanu, bifa isaas argitanii hin beektanu."

Ximootiyoos 1ffaa:- 2:5
β€œαŠ αŠ•α‹΅ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠ αˆˆαŠ“α€ α‹°αŒαˆžαˆ α‰ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­αŠ“ α‰ αˆ°α‹Žα‰½ መካከል αŠ αŠ•α‹΅ αŠ αˆ΅α‰³αˆ«α‰‚ አለፀ αŠ₯ርሱም αˆ°α‹ α‹¨αˆ†αŠα‹ αŠ­αˆ­αˆ΅α‰Άαˆ΅ αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅ αŠα‹α€β€ (αŠ α‹²αˆ± መ.ቡ)

β€œWaaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama walitti fidus tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa nama ta'ee mul'atee dha.”

Isaayyaas:- 40:28
β€œαŠ α‰³α‹α‰…αˆαŠ•? αŠ αˆαˆ°αˆ›αˆ…αˆαŠ•? αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ α‹¨α‹˜αˆ‹αˆˆαˆ αŠ αˆαˆ‹αŠ­α£ α‹¨αˆα‹΅αˆ­ α‹³αˆ­α‰» ፈጣαˆͺ αŠα‹α’ αŠ α‹­α‹°αŠ­αˆαˆα€ αŠ α‹­α‰³αŠ­α‰΅αˆα€ αˆ›αˆ΅α‰°α‹‹αˆ‰αˆ α‰ αˆ›αŠ•αˆ αŠ α‹­αˆ˜αˆ¨αˆ˜αˆ­αˆα’β€ (αŠ α‹²αˆ± መ.ቡ)

β€œAti hin beeknee ree? Hin dhageenyeesii ree? Waaqayyo, gooftaa bara baraan jiraatuu dha, inni isa guutummaa biyya lafaa uumee dha; inni hin mudhuku, hin dadhabu, hubannaa isaas namni qoree bira hin ga'u;”

Yesuus immoo faallaa kanaa ni dadhaba;
Yohaannis 4:6
β€œBishaan boollaa Yaaqoob achi ture. Yesus karaa adeemaa oolee waan dadhabeef, boolla bishaanii sana bukkee taa'e; yeroon siaas akka sa'aatii ja'aa ture.”

Yesuus "Waaqayyodha" kan jedhu hin jiru. Yesuus Waaqa osoo hin taane raajii Abbaa biraa ergameedha. Waaqayyo nama ta'e yoo jenne, waaqota hedduutu jiraatu. Sababni isaas; Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti hidda dhalootaa waan qabuuf, hiddi dhaloota isaa hundi "Waaqayyodha" jedhamuun Waan hin oolleef waaqolii baay'ee ta'u. Lakkoofnee fixuu hin dandeenyu.

Kanaafuu osoo Yeroon hin darbin dura gara Islaamummaatti kottaa! Amantiin waa’ee maalummaa fi eenyummaa Yesuus fi waa'ee Rabbii Tokkichaa dubbatu Islaamummaan qofadha. Islaamummaan; Yesuus nabiyyii Rabbiin biraa gara Israa'el ergame ta'uu barsiisa, Muslimoonnis ulfina kennuuf, ergamaa akka ta'e ni amanu. Nagaan Rabbii isaa fi haadha isaa irrattis haa jiraatu. Yesuus ilmi Maariyaam ergamaa Rabbii isa kabajamaadha malee, Waaqayyo ykn uumaa

30/04/2023

Soba kee liqimsee
yeroon an siif callisu
Callisuu kan koo kun
Akka itti na bobeessu
Mee akkam akkam Jaee
Keessa koo siif haa Ibsu

Waan hin hubanne
seeta yeroon sobee seequ
Kan sobaaf fakkeessaan
Kee keessa koo na hooqu
Soba kee hifadhee mee
eessa haa dhaqu

San Gubbaan deddeebiste
Ganamuu na sobda
Waaniin hin hubanne
seete narratti of dhaada
Qulqullu if gootee
dhugaan ani argu
anatti haguugda
Arra sirraa muradhe
Haga yoom sii sagada

04/05/2022
02/02/2022

Suuraan waaqa eessaa fudhatame?

19/12/2021

Yaa hojii katakana!

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ol seena wanta haara argadha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Ol seena wanta haara argadha:

Shortcuts

Share