Abdii Milkaa'ina

Abdii Milkaa'ina Kaayyoo keef obsaa qaabadhuu !!

22/03/2024

Good morningπŸ’₯πŸ’₯

13/11/2023

Addaan baafadhu... garaagarummaa bashanana dargagummaati fi jiruu te tan fuula duraa Ballessuu jidduu jiru
πŸ’«

13/11/2023

Namoonni hedduu hasawani an garuu gocha isaanitin laala...

11/10/2023

"πŸ™ Namoota hawwii kee xiqqeessuuf yaalan sana irraa fagaadhu. Sammuun xixiqqoo yeroo hunda akkas ni godhu, sammuun guddaan garuu atillee nama guddaa ta'uu akka dandeessu miira siif kenna"πŸ™

28/07/2023

Namni tokkollen Hin dandeessu akka sin je'uf hin hayyaminif osoo Mataa keetillee ta'e!! ! πŸ™
πŸ™

06/08/2022

Waan guddaa Bor hojjatu ilaalte xiqqoo har'a hin tufaatin ykn hin balleesin! maaliif seete xiqqoon kun guddaa san biraa gahuuf riqicha ce'umsaatti πŸ™πŸ™

29/07/2022

Waanumaa fadhehuu yoo hojjatee namni waan ja'u hin dhaabuu kaanaafuu atii waan issan yaadan osoo hintanee kaan Kee hoojadhuuπŸ™πŸ™

29/07/2022

Sammuun negaativin goonkuuma jiruu posaative siif hin kaanu!!

27/06/2022

Namni waan ta'uu qabu jaalachu qaba ...

26/06/2022

Ga'umsa kee caala ka'umsii kee haa miidhaaguu.%

Address

Love N
Jimma
JIMMA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Milkaa'ina posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abdii Milkaa'ina:

Share