Gamtaa Barattoota Shanan Gibee

Gamtaa Barattoota Shanan Gibee Barachuun keenya hawaasa keenyaafi

23/07/2023

Muktar Mustefa hidhamuu dhagahee badaan gadde. Nama kanaaf hidhaan hin malu ture.

Gamtaa_Barattoota_Shanan_Gibee Sagantaa Simannaa barattoota Gaggeessaa Barattoota bara kanaa.....   ✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓Sag...
11/06/2022

Gamtaa_Barattoota_Shanan_Gibee
Sagantaa Simannaa barattoota Gaggeessaa Barattoota bara kanaa.....
✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓
Sagantaan simannaa barattoota haaraafi
gaggeessaa barattoota eebbifamtoota miseensota gamtaa barattoota Shanan Gibee gaggeeffamaa jira.
Gamtaan barattootaa kun erga hundeeffamee waggoota 5 lakkoofsiseera. Gamtaan kun bu'aa bayii hedduu keessa darbee har'a gaheera. Erga hundeeffameeyis hojiiwwan hedduu gama barnootaafi hojii tola ooltummaatiin hojjechaa har'a gaheera.
Gamtaan kun karoora qabatee jiru akka milkeessuu danda'uuf deeggarsa qaama hundaa isa barbaachisa.

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamtaa Barattoota Shanan Gibee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Gamtaa Barattoota Shanan Gibee:

Share