Dhugaan dhugaadhan jiraata

Dhugaan dhugaadhan jiraata Dhugaa

13/09/2025

Dhugaan dhugaadhan jiraata

18/10/2024

Maraatumoo fayyaatu nagaa qabaa jettuu sin naa deebisaa.

09/06/2023

DHUGAA AKKAA QAPHAATOTTI HIDHAADHU.

01/03/2023

Gad jechuun hafee ol jettee adeemta.
Ameen jedhii haadhookoo

Waaqakoo boraanaf naa dirmaadhu.
24/02/2023

Waaqakoo boraanaf naa dirmaadhu.

24/02/2023
20/02/2023

Hin sodaatin ittii adeemii.

18/02/2023

“Hin ta’u” jettanii?
Nyaara bubbuttanii?
Mandara jaraatti
Ammas barbaree ultanii?

Warri of tuttuulu
Warri seenaaf ‘idaa’
Isa darbe caalaa
Waan haaraa maal fidaa?
Kan sabaaf hin taane
Baga diddan, didaa!

18/02/2023

Jechaa namaan dubaatti hin Deebi,iin.
Didii fulduurattii adeemii..

08/02/2023
18/01/2023

Ittiin bashaanaana.

Address

Jimma
DEEMSIITTIFUFAA

Telephone

+251968293448

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaan dhugaadhan jiraata posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share