26/11/2022
Pirezidantiin duraanii Naajeeriyaa Oluseeguun Obaasaanjoofi Ittaantuun Pirezidantii duraanii Afrikaa Kibbaa Fumzile Mlambo-Ngcuka aanga’oota TPLF waliin marii taasisuuf har'a Sadaasa 24, 2022 magaalaa guddoo naannoo Tigraay Maqalee galan.
Wayita isaan Maqalee qaqqabanittis, dura-ta'aa TPLF Dabretsihon Gabremikaa'el dabalatee aanga'oonni naannichaa simataniiru.
Guutummaa odeessa kanaa dubbifadhaa👇👇
https://bbc.in/3AGhb1C