Voice of Oromo

Voice of Oromo Sagalee uummata Oromoo

25/09/2021

IRBUU DIIGNEE WAADAA HIN NYAANNUU
FAANA GOOTAAS IRRAA HIN MAQNUU
GUMAA BAASNA MALEE HIN NYAANNUU.

Alaabaa Oromoo ibsituu dukkanaaGuyyaa si dhaabbanne gabrummaarraa baanaa.
02/09/2021

Alaabaa Oromoo ibsituu dukkanaa

Guyyaa si dhaabbanne gabrummaarraa baanaa.

30/08/2021

Impaayera Itoophiyaa afaan qawween ijaaramte diignee, Oromiyaa guddittii walaba taate ni ijaarra.

26/08/2021

Dhiiga kootiiin ha barreeffamuu bilisummaani,
Lafee kootiiin ha ijaaramtuu oromiyaani.

23/08/2021

Hundeen akeeka qabsoo ABOdha
As dabee achi hin dabu
yoomuu dhaabbataadha
kana galmaan gahuuf WBOn koo qophiidha.

19/08/2021

Akeekni qabsaa'onni ilmaan Oromoo ittii wareegamaniif haga galma ga'utti,qabsoo itti fufna.

Address

Oromia
Jimma
JIMMA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Voice of Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share