Sultan Abamech

Sultan Abamech Teacher

05/04/2025

With Jimma Omo Nada Prosperity โ€“ I just got recognized as one of their top fans!

Obboleessa keenya kana bira dhaabbannee kayirii sooma kanaa haa argannu karaa rabbi nama milkeessu hin beekanii yaa jama...
11/03/2025

Obboleessa keenya kana bira dhaabbannee kayirii sooma kanaa haa argannu karaa rabbi nama milkeessu hin beekanii yaa jamaa jabaadhaa

Jiilli paartii badhaadhinaa Ganda dooyyoo yaayyaatiin durfamu guyyaa har'aa mana barumsaa bosootti argamuun nyaata barat...
27/02/2025

Jiilli paartii badhaadhinaa Ganda dooyyoo yaayyaatiin durfamu guyyaa har'aa mana barumsaa bosootti argamuun nyaata barattootaa M/b/bu'uura boruu bosoo fi M/B/bosoo sadarkaa 1ffaa 1_8 keessatti nyaachifamaa jiran dawwachuun barattoonnis akka barnoota isaaniitti xiyyeeffatan jajjabeessaniiru galatoomaa jenneerra๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

16/02/2024
25/06/2023
24/06/2023

แ‹จแˆแˆจแŠ•แˆณแ‹ญ แ•แˆฌแ‹šแ‹ณแŠ•แ‰ต แŠขแˆ›แŠ‘แŠคแˆ แˆ›แŠญแˆฎแŠ•แŠ• แ‰ แ“แˆชแˆต แˆ‹แ‹ฐแˆจแŒ‰แˆแŠ• แŠ แ‰€แ‰ฃแ‰ แˆ แŠฅแŠ“ แˆฝแŠแ‰ต แˆแˆตแŒ‹แŠ“แ‹ฌแŠ• แŠ แ‰€แˆญแ‰ฃแˆˆแˆแข แแˆฌแ‹ซแˆ› แˆˆแАแ‰ แˆจแ‹ แŠ แ‹ฒแˆต แ‹จแ‹“แˆˆแˆ แŠ แ‰€แ แ‹จแ‹แ‹ญแŠ“แŠ•แˆต แˆตแˆแˆแАแ‰ต แŒ‰แ‰ฃแ‹” แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‹จแŠ แแˆชแŠซ แˆ€แŒˆแˆฎแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ˜แ‹ฐแŒˆแ แˆ‹แˆณแ‹ฉแ‰ต แˆแ‰ƒแ‹ฐแŠ›แАแ‰ตแŠ•แˆ แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แ‰ธแ‹‹แˆˆแˆแข

Pirezdaantiin Faransaay, Imaanu'eel Maakroon simannaafi gaggeessaa Faransaayitti nuuf godhaniif nan galateeffadha. Yaa'ii Waliigaltee Maallaqaa Idil-addunyaa Haaraa bu'a-qabeessa tureerfi fedhii biyyoota Afrikaa deeggaruuf agarsiisaniifis galateeffachuun barbaada.

I extend my appreciation to President Emmanuel Macron for the warm reception in Paris; for productive sessions during the Summit for a New Global Financing Pact and the willingness to support African countries.

Address

Nada
Jimma
SULTAN

Telephone

+251965019554

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sultan Abamech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Sultan Abamech:

Share