Amadin Anuwar

Amadin Anuwar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Amadin Anuwar, College & University, Jimma.

Diroonii qofaa osoohintaaneekunis nidhufa Jaallee keenyabiraa.
29/11/2021

Diroonii qofaa osoohintaanee
kunis nidhufa Jaallee keenyabiraa.

29/11/2021

Yaa Rabbi ga'aa
mee qilleensa nagaa
nuufidiiiiiii

26/11/2021

Qoree siworaantu tokkohundeen
buqqisuu yoofeete
altokko gadijechuu sigaafataa.

26/11/2021

Moo'amuun aadaakeenya
mitiii
Inshaa'allaah!!

ayii ''yeroosana'' jechuu eegalleka!
22/11/2021

ayii ''yeroosana'' jechuu eegalleka!

yeroo ijoollummaatiga!
22/11/2021

yeroo ijoollummaatiga!

Hindagannu!~~~~~~~~~Obboleewwnkiyyaafi hordoftoonni page kiyyaa haala yeroo ammaa ilaalchisuun wanna gochuu qabnuufii er...
22/11/2021

Hindagannu!
~~~~~~~~~

Obboleewwnkiyyaafi hordoftoonni page kiyyaa haala yeroo ammaa ilaalchisuun wanna gochuu qabnuufii erraa of qusachuu qabnu ilaalchisee tokko tokko;
1Yerookamiinuu, bakka kamittuu meeshaankeenya kan yeroon erra hindabarreefii nuharkaa hingalle Du'aayiidha. du'aayii haabaayifnu. mataakeenyaafis biyyakeenyaafis.
2, Ilaalcha keenya sirreessinee gaarii dalaguufii gaarii dubbachuunis murteessaadha.

Wontoonni erraa ofqusachuu nubarbaachisan.
1 Jireenya wollaalaa kan Rabbiin qubahinqabne ta'uudha hinqabu.
2, kan duraarra khayiriifii gaariikan ta'uuqabu, Callisnee qaamuu fi sirbuun hinbarbaachisu.
akka yaadakootiittidha.
isinis waandabaluudhaa barbaachisu barreessaa.
sher&like godha obboleewwaniin naaga'aa
jzk

22/11/2021
Du'aayii nubarbaachisa obboleewwan kiyya kabajamo!!!Khaaliq wolumaanu nuhaamilkeessuuuuuu
18/11/2021

Du'aayii nubarbaachisa obboleewwan kiyya kabajamo!!!
Khaaliq wolumaanu nuhaamilkeessuuuuuu

18/11/2021

Yaa Rabbi fuuldura keenya
kan nagaafii
gammachuu nuuftaasisiiiiii

As wr wb.~~~~~~~Hojiikeenya guyyaa har'aa...humnaafii bakka kanhinbarbaanneedha haabaayyifnuu!!Allaahummassalialaasayyid...
15/10/2021

As wr wb.
~~~~~~~

Hojiikeenya guyyaa har'aa...

humnaafii bakka kanhinbarbaanneedha haabaayyifnuu!!

Allaahummassali
alaasayyidinaa Muhammad ,wo'alaa aaliisayyidinaa Muhammad!!
deddeebinee haajennu!

Abde Husen
14/10/2021

Abde Husen

Haasawa hayyuukeenyaa sheekh Miftaahuu eebbagaachana sirnaarratti taasisan keessaa isaan ijoo;
-ganda shaniicamarii anaasaxxammaaf wottaaddaraa nageenyaati.
-gandishanii camarii namabekkamtii qabumalee nama bosonakeessaa asba'u,nama fuulahaaraa hinkeessummeessine,hinkeessummeessusi.
-ijoolleen hinbaranne,hinqonne, Buna,caatiihin oomishne ilmoomiti,booda maatii nyaachuuf deema. -amman booda muuziqaa/sirbanunbarbaachisu,bilisoomneejirra,maqaaqabsootiin ijoolleen teessee muuziqaa akkahindhaggeeffanne.
-juntaankun kanuma Duraan aalimakeenya baay'eefii abbootiiqabeenyaakeenya hudhaa,ajjeesaaturteedha.Rabbinurraa haaballeessuujechuun ergaawwan murteessaata'an hedduukan nuufdhaamaniidha. Rabbi umriisaanii nuuf haadheeressu.ergaasaaniibarnoota hojiirra oolu nuufhaata'uuuu.

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amadin Anuwar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Amadin Anuwar:

Share