Jimmaa Entertainment

Jimmaa Entertainment Jiraachuuf safuu hin balleessin

29/01/2026

goota baha giddugaleessaafii qixxe adduunyaa miila tokkon dhaabe
30/12/2025

goota baha giddugaleessaafii qixxe adduunyaa miila tokkon dhaabe

ee miskiina wly kkkkk
30/12/2025

ee miskiina wly kkkkk

kaleessa faarsu harra arrabsuumaal balleesse garuu
24/10/2025

kaleessa faarsu harra arrabsuu
maal balleesse garuu

🤍
04/09/2025

🤍

🖤
04/09/2025

🖤

♻️Rasuullii Rabbii [[ﷺ]] Akkana jedhaan Guyya Qiyyamaa😭ilmii Namaa Hundii Qamaa qullaa  kan uffata hin qabnee Miila qull...
23/08/2025

♻️Rasuullii Rabbii [[ﷺ]] Akkana jedhaan Guyya Qiyyamaa😭ilmii Namaa Hundii Qamaa qullaa kan uffata hin qabnee Miila qullaa kan Kophee hin Qabnee Qabiir irraa Kaaffamee Gara Dirreجe Qiyyamattii walittii Qabama Jedhaan Hoggaaa kana Aa'ishaan Hattii Mu'umintotaa (R.A) Akkana jetteen yaa ♻️Rasullallaa[[ ﷺ]] dhirra fi shamaran waal ilalaa moo waal hin Qaanfatanii Jetteen? Rasuullii♻️[[ﷺ]] Akkana jedhaanii Debbisaaniif yaa Aa'ishaa Bar dubbiin Akka har'aa ilalluu kana mitti ilmi Namaa Yeroo qabiir irraa Kaaffamu Lubbuu kiyya Nafsii Nafis jechaa ibidda Jahannam ilalee hundi Namaa akka waan dhugee machaa'eettii Hattii ilmo isii wallaltee Jarsii jartii wallalee Obboleyaan waal Baqatanii waal dheysanii jedhaaniin yaa Obboleyaan koo Rabbiin Guyya Cinqaan Hammattuu san ijaa Rahamatatiin Nu Haa ilalluu yaa Rabbii Namaa Amiiiiiiin jedhee Qeebaliif Namaa godhee qamaa isaa irraatii ibidaa Haramaa godhii Namaa Ergamaa kee irraatii Salawataa Buusee Jannata kesaatii Ollaa isaan Godhii ♻️ اللهم صل وسلم وبارك علی نبينا محمد

Yaa jaraattii kanaa kkkkhhh😁
18/08/2025

Yaa jaraattii kanaa kkkkhhh😁

18/08/2025

Mindaan kan sheekkotafi ustaazotaaho hin dabalu?
Kan jara Rabbi hadabalufiga

18/08/2025

Mal godhaa jirtu?

Address

Kunoo
Jimma
6677

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jimmaa Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Jimmaa Entertainment:

Share