Mohammed sayyee

Mohammed sayyee Mamee

  mubarek
21/10/2022

mubarek

20/10/2022

"Mormoriin hin daakani
Ni gurdumu malee..
Dubbi jabana kanaa
Akka argan hin baasani
Ni gumgumu malee"❗️

20/10/2022
15/10/2022

"Waa'een keenya bofa hudduu lixe ta'eera; harkisan ni cita, gadhiisan ni lixa" jedhe H/Maariyaam Gammadaa!

➽, waan irra gahuu barbaaddu fedhii Kee namatti hin himin,➽, Akka hin geenyee,      gufuu sitti ta"uu ...!!!
14/10/2022

➽, waan irra gahuu barbaaddu
fedhii Kee namatti hin himin,
➽, Akka hin geenyee,
gufuu sitti ta"uu ...!!!

Artist Ittiqaa Tafarii Lakkoofsa Meeqa Irratti Argama? Namni Deebise Badhaasa Qaba..‼️   following godha
14/10/2022

Artist Ittiqaa Tafarii Lakkoofsa Meeqa Irratti Argama? Namni Deebise Badhaasa Qaba..‼️ following godha

13/10/2022

"Maal mallisaa?!" Jedhe haceen!😭💔
Keenya ammallee sanuma saneensaa
Dhufaa dabraan nuhi numaan cabsaa!

12/10/2022

Wal ajjeesaa fi walirratti duulaa sabni bilisummaa hawwu Oromoo qofa🙏

"Abduljeber wantii dhabneefi,Moyi Tufa wantii Dhabneefi,Haacaaluu Hundessa wantii dhabneefi, Oromiyaan Akka Cabneefi"~Ke...
11/10/2022

"Abduljeber wantii dhabneefi,
Moyi Tufa wantii Dhabneefi,
Haacaaluu Hundessa wantii dhabneefi,
Oromiyaan Akka Cabneefi"

~Keekiyyaa Badhaadhaa!

Ruusiyaan Yuukreeniin tumuu itti fufteetti. Akkuma kaleessa Viladmir putin  "Yuukireenin gara dukkanatti deebisna"  jedh...
10/10/2022

Ruusiyaan Yuukreeniin tumuu itti fufteetti. Akkuma kaleessa Viladmir putin "Yuukireenin gara dukkanatti deebisna" jedhetti kunoo har'a magaalaan guddoon biyyattii diroonii fi misaa'eelota hedduu keessummeessaa oolte. Yeroo kanatti magaalaan Keev boba''uu jirti; biiroo buulchinsa Zeeleneskii dabalatee jechuukooti.

Address

Bete
Kemise
MAMEE

Telephone

+251939023108

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed sayyee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share