06/04/2022
Yaa barsiisota aanaa kanaa,nuti kan ammaan dura murame haa nuuf deebi'uuf olii gad fiigaa jirra.amma ejjennoon bulchiinsa aanaa keenyaa kan ammaan duraatiimii kan fuula duraatuu nimurama waan jedhan fakkaata.guyyaa arraa mindaan ji'a 7ffaa murame kaffaluuf authorization godhuu qofti kan hafe bulchaan aanaa keenyaa dhoorke.kanaafuu mindaan isin eeggachaa jirtan kaffalamuuf hin deemu hin eeggatinaa.