Sagantaa Fellowship Tokkkummaa Dargaggoota magalaa goojjoo

Sagantaa Fellowship Tokkkummaa Dargaggoota magalaa goojjoo Abdiin jira

21/10/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aroo Man, Sefu Terefa, Sanyii Mulisa, Gift Takele, Firaa Abdisa, Tesfaye Abera

Baga Geessan Wal argaan Gojo Fellowshipitti Qammee 05 Sa'aatii 9:00 - 12-00 tti  Hin Hafamu
08/09/2024

Baga Geessan Wal argaan Gojo Fellowshipitti Qammee 05 Sa'aatii 9:00 - 12-00 tti Hin Hafamu

Oduu Gammachisaa Jiraattoota Magaalaa Goojjoo Fi Naannoo ishee hundaaf   Geessan Baga Geenye Bara haaraa sababeefachuun ...
05/09/2024

Oduu Gammachisaa
Jiraattoota Magaalaa Goojjoo Fi Naannoo ishee hundaaf Geessan Baga Geenye
Bara haaraa sababeefachuun sagantaa Waaqeeffanna fi qophii Addaa dhufu jechuun 05 Sa'aatii 9:00am irraa egaluuf, Hundi keessan qooddattoota Eebba Sagantaa kanaa akka taatan Affeeramtaniittu.

Boru jechuun kibxata waaree booda waldaa guutuu wangeelaa goojjoo lakk.1tti               Koottaa hirmaadhaa!
05/08/2024

Boru jechuun kibxata waaree booda waldaa guutuu wangeelaa goojjoo lakk.1tti
Koottaa hirmaadhaa!

Jiraattoota magaala goojjoo fi naannoo ishee hundaaf saganta aja'ibsiisa dargaggoota # flowship waan qopha'eef hundumti ...
28/06/2024

Jiraattoota magaala goojjoo fi naannoo ishee hundaaf saganta aja'ibsiisa dargaggoota # flowship waan qopha'eef hundumti keessan affeeerramtanittuu
hin hafamu

Gojo Fellowship Art program 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚  𝐊𝐢𝐛𝐱𝐚𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐠𝐚𝐥𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢 10:00 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐅𝐞𝐥𝐥𝐨𝐰 𝐬𝐡𝐢𝐩 𝐝𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐠𝐨𝐨𝐣𝐣𝐨𝐨 𝐬...
01/06/2024

Gojo Fellowship Art program
𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐢𝐛𝐱𝐚𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐠𝐚𝐥𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢 10:00 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐅𝐞𝐥𝐥𝐨𝐰 𝐬𝐡𝐢𝐩 𝐝𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐠𝐨𝐨𝐣𝐣𝐨𝐨 𝐬𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐟 𝐛𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐩𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞 𝐬𝐢𝐧 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐖𝐚𝐥𝐝𝐚𝐚 𝐆𝐔𝐔𝐓𝐔𝐔 𝐖𝐀𝐍𝐆𝐄𝐋𝐀𝐀 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐦 𝐚𝐟𝐚𝐦𝐮

ODUU GAMMACHISA Sagantaa Tokkumma Farfaattoota Maagalaa Goojjoon Waldaa Biraana kiristoos Goojjoo Lakk 1tti Boruu 8:00 i...
18/05/2024

ODUU GAMMACHISA
Sagantaa Tokkumma Farfaattoota Maagalaa Goojjoon Waldaa Biraana kiristoos Goojjoo Lakk 1tti Boruu 8:00 irraatti Qopheessani waan jiraanif irraatti Hafeerraamtanittu

 Sagantaa Aja'ibaa ture Waaqayyoo nu Eebbiseerraa
07/05/2024


Sagantaa Aja'ibaa ture Waaqayyoo nu Eebbiseerraa

𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐛𝐨𝐫𝐮𝐮 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐊𝐢𝐛𝐱𝐚𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐠𝐚𝐥𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢 10:00 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐅𝐞𝐥𝐥𝐨𝐰 𝐬𝐡𝐢𝐩 𝐝𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐠𝐨𝐨𝐣𝐣𝐨𝐨 𝐬𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬...
06/05/2024

𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐛𝐨𝐫𝐮𝐮 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐊𝐢𝐛𝐱𝐚𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐠𝐚𝐥𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢 10:00 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐅𝐞𝐥𝐥𝐨𝐰 𝐬𝐡𝐢𝐩 𝐝𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐠𝐨𝐨𝐣𝐣𝐨𝐨 𝐬𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐟 𝐛𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐩𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞 𝐬𝐢𝐧 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐖𝐚𝐥𝐝𝐚𝐚 𝐆𝐔𝐔𝐓𝐔𝐔 𝐖𝐀𝐍𝐆𝐄𝐋𝐀𝐀 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐦 𝐚𝐟𝐚𝐦𝐮

 GOJO Fellowship sagantaa addaa ayyaana Sababefachuun Qophesse Jira Wal argaan goojjoo fellowship Waldaa guutuu wangeela...
04/05/2024


GOJO Fellowship sagantaa addaa ayyaana Sababefachuun Qophesse Jira Wal argaan goojjoo fellowship Waldaa guutuu wangeela Goojjoo Lakk 1tti

Leenjiin Kenya kaleessa akkas ture Eebbifamneerraa  Waaqayyoo nu Eebbiseerra
10/04/2024

Leenjiin Kenya kaleessa akkas ture Eebbifamneerraa
Waaqayyoo nu Eebbiseerra

Address

Lege T'afo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagantaa Fellowship Tokkkummaa Dargaggoota magalaa goojjoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share