Tariku Keneni Veterinary Service In West Wollega

Tariku Keneni Veterinary Service In West Wollega Eradication of communicable animal diseases and improve animal husbandary

02/04/2026

Anaaf Qonnaan bulaan Wal Malee jiraachuu hin dandeenyu

24/03/2026

Horiin Tokko dhukkuba saree Maraatuun(rabies) qabamee yoo du'e ,bineensi Fayyaan kan akka Saree fivWaraabessaa yoo du'aa isaa nyaate vaayiresiin sun(Rabdovirdia ) hanga guyyaa lamaatti horii du'aa sana irraa gara horii fayyaatti darbuu danda'a.Keessumaa qaammota Akka sammuu fi neervota keessaa yeroo dheeraaf jiraachuu nii danda'a.

19/03/2026

Beeyiladoonni Fayyaa qaban. Faayya keenya

16/09/2025
16/09/2025
21/08/2025

Horiin Yemmuu Dhaltu Dilluu ishee Nyaachuun Midhaa moo Bu'aa qaba?Qoradhaa walitti deebinaatii

08/03/2025

Big shout out to my new rising fans! Nejib Ahmed

Auto Detect:\nAdvantages of castration of Animals,Castration is removals of Testicle ,offers advantages likes preventing...
06/03/2025

Auto Detect:\nAdvantages of castration of Animals,Castration is removals of Testicle ,offers advantages likes preventing unwanted pregnancies,reducing aggression,and improving meat qualities and reducing fetid odour of animals\n
Oromo:\nFaayidaa castration bineensotaa,cassation buqqisuu testicle ,faayidaa offers likes ittisuu, weerara hir'isuu,fi amaloota foon fooyyessuu fi urgooftuu dafqaa bineensotaa hir'isuu

05/03/2025

Auto Detect:\nTrypanosomiosis can reduce production and productivity\n
Oromo:\nTrypanosomiosis oomishaa fi oomishtummaa hir’isuu danda’a .

03/03/2025

Jiruu Jireenyi Hawaasa Keenyaa Akka Hidda Dhiigaatti kan Hawaasa keenya Tajaajilu ,wabiin Hawaasichaa karaa hunda Beeyilada.Beeyiladi Humna uummata keenyaa ta'ee jiru kun garuu xiyyeeffannoo inni karaa Qaamolee dhimmi isaa ilaallatuun jiru laafaadha. Kaanaaf karaalee nuuf dandaa'ameen Fayyaa Beeyilaad,Horsiisa Beeyidaa ammayyeessuu fi Dhibeewwan beeyiladaa Hirrisuuf ciminaan hojjechuu Qabna

Address

Mendi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tariku Keneni Veterinary Service In West Wollega posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share