Kollejji Blto Daarimuu

Kollejji Blto Daarimuu this page is announce to the profile of darimu tvet and gain any info

kollejjii BLTO Daarimuu Waldaa IMX Burqaa Guddinaa Abuuna Galii qaaman deemun yeroo leenjii kennu .22/07/2013
01/04/2021

kollejjii BLTO Daarimuu Waldaa IMX Burqaa Guddinaa Abuuna Galii qaaman deemun yeroo leenjii kennu .22/07/2013

09/09/2020

BAGA JALA BULTII BOOQAA BIRRAA BARA 2013 NAGAAN GESSAN

24/01/2020

Leenjifamtoota leenjii barbaddan hundaaf
Kollejjin blto daarimuu bara leenjii 2012 tti leenjii IT level 1 (one) leenjii galgalaa leenjisuuf qophii xumure waan jiruuf qaama kolleeji kenyatti dhihachuun akka galmoftan isin beeksisna.
Hubachiisa 1. Yeroon galee waaree dura 2:30-5:00 waaree booda 8:30-100 ta'uu.
2. Guyyaa jedhamen dura ta'ee booda kannen dhufan kan hin kesumesine ta'uu keenya cimsine isin hubachiisna.
Odeffanno dabalataaf 0474440346

11/01/2020

Leenjifamtoota kolkejji Blto daarimuu hundaaf
Galmeen MGO/ coc bara kanaa kan eegalu guyyaa 30/04/2012 irra eegale waan ta'ef qaaman kollejji keenyatti dhihachuun ragaa coc originalaaf koppi isaaf ragaa xumura leenjii qabachun kaffaltii barbaachisa ta'e qabachun akka galmoftan jechaa guyyaa galmee duras ta'e booda kannen dhufaniif bakka kan hin qabne ta'uu keenya cimsine isin hubachiisna. Odeffanno dabalataaf 0474440346 sa'atii hojii motummatti bilbilun fudhachuu dandessu.

27/12/2019

Leenjifamtoota bara 2011 kollejjii kenyatti barachunis ta'ee bakken garagaraa irraa dhuftanii qormaata MGO/COC fudhattan Ragaan orijinala kessan waan dhufeef mummee Road irraa kan hafe mummewwan hunduu hanga guyyaa 30/04/2012tti silippi fiduun akan fudhattan cimsinee isin hubachisna. Odeffanno dabalataaf 0474440346 sa'atii hojii motummatti bilbiluun argachuu dandessu. Kblto Daarimuu

18/12/2019

Leenjifamtoota bara 2011 qormata MGO/COC fudhattan mumee QONNA ragaan orijinala waan dhufef hanga guyyaa15/4/2012 akka fudhatan.

04/12/2019

Hoji barbaddota hundaaf
Godinni Iluu Abba Boor eyyama BBLTO irraa argateen qacarra leenjisaa sadarkaa B ykn Digrii jalqabaa gosa ogummaa adda addatiin yuniversitiwwan motummaf dhuunfaa irraa xumurun ba'an kollejjota Godina Iluu Abba Boor kessatti argaman qacaruu waan barbaadeef ulagawwan barbaachisoo ta'an kannen guttan Wajjira BLTO G/I/A/Boor mattuu qaaman dhihachuun galma'uun akka dorgomtan isin beeksisna.
Odeffanno dabalataf 0474413226 bilbiluun gaafachun ni danda'ama.

Qonnan bulaan keenya yeroo sassabbi midhani booda hirmatotaaf buna itti dhihesse
03/12/2019

Qonnan bulaan keenya yeroo sassabbi midhani booda hirmatotaaf buna itti dhihesse

03/12/2019
Rooba baay'aten midhaan akka hin badneef kollejjin blto Daarimuu dirqama lammumma isaa ba'uuf Leenjifamtoota isaa 19/03/...
01/12/2019

Rooba baay'aten midhaan akka hin badneef kollejjin blto Daarimuu dirqama lammumma isaa ba'uuf Leenjifamtoota isaa 19/03/2012 bobbase

Address

Darimu
Mettu
1234

Telephone

+251474440346

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kollejji Blto Daarimuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share