Dhugaa KPT Mattuu

Dhugaa KPT Mattuu Deebii kennuuf

Kilaasterri Koolleejjii Poolii Teeknikaa Mattuu Barattoota ogummaa garaa garaan Barsiisaa ture eebbisisee jira.* * *a***...
01/08/2026

Kilaasterri Koolleejjii Poolii Teeknikaa Mattuu Barattoota ogummaa garaa garaan Barsiisaa ture eebbisisee jira.
* * *a*******
Adoolessa 25,2018 Mattuu

Kilaasterri Koolleejjii Poolii Teekinikaa Mattuu Barattoota Ogummaa garaagaraa sagantaa Idilee, galgalaa fi dhuma torbaniitiin leenjifamaa turan Guyyaa har'aa eebbisisee Jira.

Diiniin Koolleejii Poolii Teeknikaa Mattuu Obbo Yidiniqaachew Leeykun koolleejjichii Leenjii qulqullinaa fi gahumsa qabu kennuu ergama guddaa godhatee kan hojjetaa jiru ta'uu dubbachuun Oogummaa Rakkoo hawaasaa furuu danda'aan bocuun Barattoota gahumsa qabaniif Teknooloojii ammayyaan deeggaruun Barsiisaa jiraachuu himan.hundeeffama Isaa bara 1991 Eegales Barattoota kuma 20 ol Oogummaa gara garaan leenjisuun dameewwan hojii gara garaatti bobbaasee jiraachu dubbatan.Guyyaa har'aas sagantaa idilee,galgaalaaf dhuma torbaniin Barattoota 504 ta'an Eebbisiisaa jiraachuu ibsaniiruu.

kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Mattuu Obbo Teshaalee Ejersoo koolleejjichi Barattoota Biyyaafis ta'e Naannoof Akkasumas Magaalaa keenyaaf Teknooloojii garaagaraan deeggaramuun Hojiiwwan Gurguddaa hojjatan Barsiisaa jiraachuu dubbachuun Keessumattuu Kalaqaaf Teknooloojiin Oogummaa kennamaa Jiru xiyyeeffannoo tarsiimoo Mootummaan imala Qonna irraa gara industiriitti taasisaa jiruuf shoora ol'aanaa Kan taphataa Jiru Akka ta'e himan.

Itti gaafatamaan Waajjira Carraa Hojii uumuuf Ogummaa Magaalaa Mattuu Obbo Daawit Tolosaa Mootummaan rakkoo walxaxaa hojii dhabdummaa hambisuuf dhaabbilee ogummaa baballisuun hojjetaa Jiraachuufi koolleejjichi iddoo ogummaa aqofa Itti argatan osoo hin taane Carawwaan hojii heedduun Kalaqaan Kan leenjisaa jiruufi Kunis hojiidhabdummaa xiqqeessuu keessaatti shoora ol'aanaa qabaachuu ibsan.

Eebbifamtoonnis ogummaa argataniin ofiifis ta'e biyyaaf bu'aa buusuuf cimanii Kan hojjatanu ta'uu dubbatan. Eebba leenjifamtoota kilaastara Koolleejii Poolii Teeknikaa Mattuu Eebba abboolii gadaatiin jalqabamee xumura argateera. Galatoomaa....

27/07/2026

Hojii irra osoo jiramuu

22/07/2026

Gatiin ilma namaa meeqa? Akkamittis tilmaamamaa???

Hojiin misoomaa koolleejii Poolii Teeknikaa Mattuu akkuma itti fufeetti jira. Guyyaa:- 9/11/2018 A.L.I Date:-      16/07...
16/07/2026

Hojiin misoomaa koolleejii Poolii Teeknikaa Mattuu akkuma itti fufeetti jira.

Guyyaa:- 9/11/2018 A.L.I
Date:- 16/07/2026 A.L.A

15/07/2026

አሸናፊዎች ታውቀዋል!
================
ባንካችን ሀምሌ 7 ቀን 2018 ዓ.ም በይፋዊ የቴሌግራም ቻናላችን ባደረገው የይገምቱ ይሸለሙ ውድድር፤ በትክክል የገመቱ አምስት ተከታዮቻችንን የተሳትፎ ህግን በመከተል የተሸላሚ ልየታ አድርገናል፡፡
ጥያቄ: - በፈረንሳይ እና በስፔን የእግር ኳስ ክለቦች መካከል የሚደረገውን የጨዋታ ውጤት ይገምቱ ?
መልስ: - ፈረንሳይ = 0 : ስፔን = 2
አሸናፊዎች እንኳን ደስ አላችሁ!
ውድድሩ ይቀጥላል…
አዋሽ ባንክ
Mo’attoonni Beekamaniiru!
Baankiin keenya Adooleessa 7 bara 2018 A.L.Itti karaa toora Telegiraamii dorgommii tilmaamaa badhaafamaa jedhu geggeesseen hordoftoota keenya seera hirmaannaa dorgommichaa eeguun tilmaama sirrii kennan adda baasee jira.
Gaaffii:- Tapha waancaa addunyaa garee Faransaayii fi Ispeen gidduutti taasifamu eenyutu mo’ ata?
Deebii:- Faransaayii =0 : Ispeen = 2
Mo’attoonni baga gammaddan!
Dorgommiin ittuma fufa…
Baankii Awaash

14/07/2026
14/07/2026

Kabajamtoota Maamiltoota Keenya Beeksisa Kana Dubbisaatii Waliif Qoodaa.

Kominikeeshinii EMGOO Adoolessa 06/2018

Misooma koolleejii poolii Teeknikaa Mattuu Keeysatti hojjetamaa jiru keeysaa tokko sadarkaa kana irratti argama.
14/07/2026

Misooma koolleejii poolii Teeknikaa Mattuu Keeysatti hojjetamaa jiru keeysaa tokko sadarkaa kana irratti argama.

28/04/2026
Guyyaa Ayyaanolii bara 2017 keeysa tti argamanii....
10/09/2024

Guyyaa Ayyaanolii bara 2017 keeysa tti argamanii....

Address

Metu
12345678

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaa KPT Mattuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share