Sagalee Barattootaa

Sagalee Barattootaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sagalee Barattootaa, College & University, Metu.

Kaayyoon fuulbarruu "sagalee barattootaa"kanaa inni guddaan miidhama barattoota abdii borii imaanaa fudhatan galmaan ga'uuf deeman kana irra gahu qaamni dhimmi ilaallatu furmaata akka godhuufidha.

15/11/2021

Hordoftoota fuulbarruu keenyaa;odeeffannoon mana barnootaa magaalaa aanaa jiru tokko nu qaqqabetti manni barnootaa kunis "mana barumsaa sadarkaa 2ffaa kaarl Heenz Boom godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Sal'ee Noonnoo magaalaa Aanichaa kan taate Magaalaa Birbirsaatti hanqinni barsiisotaa mul'achuun barattoota irratti miidhaan karaa barumsaa daran itti hammaachuu isaa qaamolee tokko tokko irraa mirkaneeffanneerra.kanaaf qaamni dhimmi ilaallatu hundi deeggarsa barbaachisu taasisuun miidhaa karaa barumsaa barattoota keenya irra gahu akka hambisuuf kabajaa fi jaalala guddaadhaan gaafanna.
"SAGALEE BARATTOOTAA LIKE,SHARE,FOLLOW GOCHUUN NU HORDOFAA!!!"

09/11/2021

Kaayyoon fuulbarruu "sagalee barattootaa"kanaa inni guddaan miidhama barattoota abdii borii imaanaa fudhatan galmaan ga'uuf deeman kana irra gahu qaamni dhimmi ilaallatu furmaata akka godhuufidha.

06/11/2021

Like,envite,share gochuun page kanaan sagalee keenya haa dhageessisnuun dhaamsaa fi ergaa keenyadha kabajamoo barattootaa fi maatii barattootaa akkasumas jaal'attoota barattootaa!

Kaayyoon fuulbarruu "sagalee barattootaa"kanaa inni guddaan miidhama barattoota abdii borii imaanaa fudhatan galmaan ga'uuf deeman kana irra gahu qaamni dhimmi ilaallatu furmaata akka godhuufidha.

Address

Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagalee Barattootaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share