Fact information

Call Directions Website Contact the university

Fact information FUULA KEE MAALTU SITTI MULLISA?

10/09/2026

🚨 𝗦𝗔𝗗 𝗡𝗘𝗪𝗦: Palestinian goalkeeper Saleem Al-Ashqar has been killed by the Israeli military in the Gaza Strip at the age of 32. 🕊️😢🇵🇸

He played for Khadamat Khan Younis.

Married just five months ago, he leaves behind a wife who is pregnant with their first child.

Absolutely heartbreaking. 🥹💔

(Source: Al Jazeera)

 !!!Namni lafa firaasha godhatee rafaa jiru kunPirezedaantii biyya IVORY COAST ( Kootdivaar ) Dr Hasan Abdu Rahmaan   ja...
28/05/2026

!!!
Namni lafa firaasha godhatee rafaa jiru kun
Pirezedaantii biyya IVORY COAST ( Kootdivaar ) Dr Hasan Abdu Rahmaan ja'ama. Erga inni aangoo qabatee biyya bulchuu eegale biyyi isaa tasagabbooytee biyya Afrikaa tasgabbii qabdu jedhamuun sadarkaa 1ffaa qabatte; ikonomiinis guddatte,
Mootumman biyya saudii Arabiyaa eegduu siif goonee iddoo namoonni gurguddaan qubatan si qubsiifna jennaniin jalaa didee hujjaajota wajjiin ta'uu filate.
Biyya isaa tasgabbeessee ofiifiis tasgabbiin nagayaan rafe.
Iddoon inni rafaa jiru kuni lafa kabajamtuu muzdalifaati. Rabbi irraa haa jaalatu!!

Korommii jabduun deesseRaasaasni sinirraa hin caamneYaa Cobii xiyyitii qorsaa      Dirrakee si bobeesse      Kunoo sirra...
29/03/2026

Korommii jabduun deesse
Raasaasni sinirraa hin caamne
Yaa Cobii xiyyitii qorsaa
Dirrakee si bobeesse
Kunoo sirraa hin dhaamne
Har'allee Ibiddi gorsaa

Uummata maalif waraantu?
Nu ga'eera lolli mandaraa
Eenyu miitanii, eenyus mootanii irra aantu?
Maaloo nagaa buusaa adaraa

Inni tokko Abbaa qe'ee ta'aa
Inni tokkommoo godaantuu
Maaloo kanarra nu ga'aa
Harkuma keessaniin harka keessan dhaantuu?

Ofumaaf wal cabsine lafee
Harkumatu harka nyaate
Lolli sirnaa hafee, lolli daangaa hafee
Lolli qe'ee taate
Lola Obbolaa taate

Osoo lammiin qoodee
Falaxaa walitti diruu
Tasa hin jiru koodee
Bilisummaan jiruu

Gaafa Abbaan guddisee
Ilma isaatiin kufu
Qilleensi nagaa buubbisee
Bilisummaan hin dhufu

Gammachuun nurraa badee
Erga gadda gootanii dhaala
Bilisummaa isin jettanirra
Garbummaa kaleetu caala

Ayii 🥲🥲🥲🥲
Hanga yoomiitti?
Usman Uj ✍️✍️

YNWA
24/03/2026

YNWA

.
❤️Liivarpuul maalif mufate?
☑️Kilaba Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 38 keessaa 32 injifate maaltu mudate?
☑️kilabni dirree isaa Anfiildi Rooditti taphoota 85 utuu hin moo'amin itti fufe maaf gufate?
☑️Kilabni taphoota 44 walitti aansuun taphate hundarratti galchiiwwan lakkoofsise amma maal rakkate?
☑️Dirreen ala taphoota 25 walitti aansuun taphate hundarratti galchiiwwan lakkoofsise Liivarpuul maaf dhokate?
☑️Piriimiyer liigii Ingilaandi irratti galchiiwwan 189 lakkoofsisee 92 kan mijeesse Moo Saalaan maaf tirate?
☑️Dirree ofiitti 11fi0'n dirreen ala 8fi0' kilaboota Ingilaandi kan moo'atu Liivarpuul amma maalif dagate?
☑️Akka kilabaatti bara dorgommii tokkoon galchiiwwan 147 akka taphataatti 47(Iyaan Raash) lakkoofsisuun gita kan dhabe Liivarpuul.
☑️Taphattoota shan tokkoon tokkoon taphaan galchiiwwan shan lakkoofsisuun seenaa dinqii galmeessan kan qabu Liivarpuul.
☑️Ingilaandi irratti Isteediyeemiin baay’ina Waancaan wal dhiphise 70 qabu Anfiildi Rood Liivarpuul malee hin jiru jedhee cal'isee?
✅️Mee seenaa Kilabni Liivarpuul jedhamu tarreesse qabu kana kan qooddatu yookaa xinnoma itti dhiyaatu qabu jiraa?
🥰Liivarpuul moo'amee,moo'atee,qabxiis qooddatee kilaba homaa itti hin qorrine.Yeroo hunda You'll Never Walk Alone.

❤️You'll Never Walk Alone
⚽️The Beautiful Game

Qaxalee jollee....
18/03/2026

Qaxalee jollee....

  Raayyaan ittisa biyyaa mandara Shororkeessitootaa kan taate Magaalaa Asmaraa  to'achuuf murteessuun isaa dhagahame.Mag...
22/02/2026

Raayyaan ittisa biyyaa mandara Shororkeessitootaa kan taate Magaalaa Asmaraa to'achuuf murteessuun isaa dhagahame.

Magaalaan Asmaaraa bakka Shororkeessitoonni maandheffatanii nageenya naannawwaa waggoota dheeraadhaaf booreessaa turan ta'uun isaa ni beekama. Raayyaan ittisa biyyaa Itiyoophiyaa yeroo muraasa keessatti Magaalaa Asmaraa to'achuuf qophii xumuree jiraachuu maddeen amanamoo irraa odeeffanneerra.

Hanga Asmaraan bilisoomtutti nageenyi Gaanfa Afiriikaa tasgabbaa'uu akka hin dandeenye Xiinxalli Raayyaa ittisa biyyaa ifoomseera.

Loltoonni Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammaayyaa hidhachuun gara kaabaa imalaa jiru.

  Sirrii dha.Santu Seera!."Raayyaan Ittisa biyyaa guyyoota muraasa booda Kaampilee waraanaa naannoo Tigiraay,waggoota mu...
20/02/2026

Sirrii dha.Santu Seera!.

"Raayyaan Ittisa biyyaa guyyoota muraasa booda Kaampilee waraanaa naannoo Tigiraay,waggoota muraasaan dura keessa qubatee hojii idileesaa gaggeessaa ture deebisee to'annoo saa jala galchuun hojii ni eegalchiisa."Jeneral Abebawu Taaddasee
Abbichuu nijaalanna!
Badhaadhina ni filanna!
Arsenal yoomu waancaa hin nyaatu!

Itoophiyaan Eertiraa Mo’uu Dandeessii ? Xaaliyaan bara 1890tti bulchitoota naannoo qarqara galaana Diimaa jiran waliin w...
20/02/2026

Itoophiyaan Eertiraa Mo’uu Dandeessii ?

Xaaliyaan bara 1890tti bulchitoota naannoo qarqara galaana Diimaa jiran waliin waliigaltee erga mallatteessitee duuba Eertiraa koloneeffatte.

“Koloniyaa Eertiraa” jedhanii moggaasan, kunis Afrikaa keessatti kolonii Xaaliyaanii isa jalqabaa jedhamee ture.

Xaaliyaan bu’uuraalee misoomaa, buufata doonii, fi daandii baaburaa keessattuu Asmaraa fi Massawaatti ijaaruun Eertiraan biyyoota Baha Afrikaa ammayyaa ta’an keessaa tokko goote.

Yennaa san, Xaaliyaanonni hedduun achi qubatan — Eertiraan “Roomaa diqqoo” jedhamtee beekamte.

⚔️ 𝗪𝗮𝗿𝗮𝗮𝗻𝗮 𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗟𝗮𝗺𝗺𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮 & 𝗕𝘂𝗹𝗰𝗵𝗶𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝗻𝗴𝗶𝗹𝗶𝘇𝗶𝗶 (𝟭𝟵𝟰𝟭–𝟭𝟵𝟱𝟮)

Yeroo Waraana Addunyaa Lammaffaa Xaaliyaan (Mussolini jalatti) bara 1935 Itoophiyaa weeraruun - Xaaliyaanii Eertiraa, Itoophiyaa fi Somaaliyaa walitti makuun impaayera koloneeffataa tokko jalatti guulchuuf yaalaa turan.

Bara 1941 humni Ingilizii fi Woraanni Itoophiyaa Xaaliyaanota injifate. Erga sanii Eertiraan Bulchiinsa Waraanaa Ingilizii jalatti hatte. Ingilizoonnis Eertiraa gara waggaa 11 (1941–1952) bulchaa turan.

Yeroo kana keessatti, Ingilizoonnis industirii tokko tokko diigde (maashinoota gara Hindii fi kolonii birootti sochoosan). Dammaqiinsi siyaasaa ni ture — Eertiraan egeree isaanii irratti falmuu eegalan.

🕊 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗙𝗲𝗱𝗲𝗿𝗲𝗲𝘀𝗵𝗶𝗻𝗶𝗶 𝗗𝗵𝗮𝗮𝗯𝗯𝗮𝘁𝗮 𝗠𝗼𝗼𝘁𝘂𝗺𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗚𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝗺𝗮𝗻𝗶𝗶 (𝟭𝟵𝟱𝟮)

Waraanaa Addunyaa Lammaffaa duuba humnoonni addunyaa (Ameerikaa, Sooviyeet, fi Biriteen) Ertiraa maal akka godhan irratti marii tolchanii walii galuu hin dandeenye.

Itoophiyaan, bara bulchiinsa Haayilasillaasee, Eertiraan seenaa keessatti qaama Itoophiyaa ta’uu fi Galaana Diimaa fayyadamuun murteessaa ta’uu isii falmuudhaan, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif cimsitee gaaffii dhiyeessite.

Sabboontotni Eertiraa garuu walabummaa Eertiraaf falman. Eertiraan akka if dandeessee Biyya taatu barbaadan. Ameerikaan Yeroo san Yaada Itoophiyaa Haayila SItoophiyaan Eertiraa Mo’uu Dandeessii ?

Bara 1941 humni Ingilizii fi Woraanni Itoophiyaa Xaaliyaanota injifate. Erga sani

Address

Oromia
Metu
MAN

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fact information posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Fact information:

Shortcuts

Share