Dukkaana bodaa ifatu jira

Dukkaana bodaa ifatu jira Salt end sugar have the seme colors but one
Salty and the other is sweet know whoyou
Trast

School
03/01/2023

School

03/01/2023
23/10/2022

{♥︎‿♥︎}{♥︎‿♥︎}{♥︎‿♥︎}
23/10/2022

{♥︎‿♥︎}{♥︎‿♥︎}{♥︎‿♥︎}

10/10/2022

Miciyyoon tuni Harka hin qabdu miilaan barattee kutaa 12ffaa qormaatarra jirti
Eeeyye harka bu’aa hin qabnerra miilli miciyyoo tanaa bu’a qabeessa yoo jenne dhara hin ta’u
Harkis miillis, sammuunis, fayyaanis,,,,,, martuu amaanaa Rabbii nubira kaayyatee,, gaafa fedhe fudhatu akka ta’e meeqan keenyatu yaadata laata?
Harki waa hatu, harki miidhaa dhala namaa irratti gaggeessu, harkii hamtuu male toltuu hojjachuun biraa fagaate miciyyoo tana ha ilaallatuun dhaamsa kiyya.
Barattoota 12ffaa Qormaatarra jirtan hunda keessaniifuu milkii gaariin isiniif hawwa
Miciyyoo miilaan qormaata hojjachaa jirtu tana maala qaba yoo teessumallee mijeessaniif?
Yaa miciyyo,,,, Rabbiin harka sirraa fudhate humna siif hata’u Rabbiin kooluu isaa jala sihaa qabu amiin

02/09/2022
31/08/2022

Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam farshoo keeysatti nama kudhan abaare:
1. Kan isii cunfuu ykn tolchuu
2. Nama akka isiin cunfamtuuf ajaje
3. Nama isii dhugu
4. Nama isii ba’atee geeysu
5. Nama ba’atamtee farshoon itti geeyfamtu
6. Nama farshoo namaaf naqu
7. Kan isii gurguru
8. Kan maallaqa isiirraa argame nyaatu
9. Kan isii bitu
10. Kan isaaf bitamtu

Sunana tirmiizii: 1295

Address

At
Metu

Telephone

+251965013283

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dukkaana bodaa ifatu jira posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share