Jireenya Qofummaa

Jireenya Qofummaa Qofummaan jireenya callisaadha garuu afaan qaba ni haasa'a.

29/04/2026

Qofaa jiraachuun nama wallaaluu miti!😘

04/04/2026

😭 We live in unfair and fallen world!

14/12/2025

Callisuun sababaafi! Kophummaanis jireenya kaayyooti.

Yaa qofummaa!
07/07/2022

Yaa qofummaa!

Itti haa fayyadamnu!
08/06/2022

Itti haa fayyadamnu!

Earn up to $500 daily, no investment neccessary.

10/04/2021

Qofummaan sammuu nagaa jiraachuuf filatamaadha!

06/05/2017

Qabxiilee ijoo jireenyaaf barbaachisoo ta'an armaan gadii kana beekuu kee mirkaneeffadhu.
@ Namni dura du'aa ka'e Iyyesuus ta'uu beektaa?
@ Iyyesuus gooftaa akka ta'e beektaa?
@ Karaan dhugaa isuma akka ta'e beektaa?
@ Furtuun hundumtuu isa harka akka jiru beektaa?
@ Namaaf waaqayyoon kan walitti araarsu isa akka
ta'e beektaa?
@ Qaama waaqayyoo keessaa tokko kan ta'e
Hafuurri qulqulluun namaaf akka kennamee jiru
beektaa?
# Wangeelli humna guddaa akka qabu beektaa?
%Yoo beekta ta'e si haa gargaaru.
%Yoo hin beektu ta'e dafii bari of oolchis.

19/04/2017

Waan 3 beeka Waan 3 Hin beeku.
1.guyyaan dhaladhe beeka,guyyaa du'u hin beeku.
2.akkan bahe beeka akkan galu hin beeku.
3.hamman facaase beeka hamman nyaadhu hin beeku

Address

Metu

Telephone

+251969538580

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jireenya Qofummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share