Mettu university students peace forum

Mettu university students peace forum Mattu University- mattu

* Aim of the channel
- Making our university the university of Peace
- Stre

05/08/2022

በውጣ ውረድ ውስጥ የታለፈ አስር ወርቃማ አመታት!!
በምዕራብ ኢትዮጵያ መልከዓ ምድር አሸብርቃ፤ የኦሮምያን ውብ ገፅታ በተላበሰው ጋራና ሸንተረር ተከባ የዓለም እስትንፋስ በሆነው ጥቅጥቅ ደን መሀል ተፈጥሮ አዳልቶ ያስቀመጣት የኢሉአባቦር እምብርት ላይ የዛሬ አስር ዓመት የሀገሪቱ ከፍተኛ የትምህርት ተቋም የሆነው መቱ ዩኒቨርሲቲ ተቆረቆረ!!
በኢትዮጵያ የመቻቻል ተምሳሌት፣ሰላምና አብሮነትን ለመጣባት ሁሉ በተግባር የምታስተምረው ኢሉአባቦር እጅዎችዋን ዘርግታ ወደ ዩኒቨርሲቲው የመጣውን ማህበረሰብ ተቀብሎ አስተምሮ ማሳደርን በተግባር ያሳየባቸው አስር ወርቃማ አመታት!!
በብዙ ውጣ ውረድ ውስጥ ባለፈው በዚህ ግዙፍና የዞኑ አርማ በሆነው ተቋም ውስጥ እድሜያቸውን ከፍለው ለዛሬው የዓስር ዓመታት ጉዞ ስኬት ዋልታ ለሆኑት ሁሉ የማይለካ ክብር ይድረሳቸው!!
በመጣበት ጉዞ ሁሉ ችግሮችን ተሸክመው የፊት ለፊቱን መዳረሻ በማለም ወደፊት እንዲጓዝ የራሳቸውን አሻራ ላሳረፉት የተቋሙ ቀደምት ዓመራሮች በሙሉ ምስጋናቸው አይዘነጋም!!
ወቅቱ የለውጥ ሰዓት በነበረበት ጊዜ ወደ አመራር ስትመጣ የማንረሳቸውንና ትዝታ የሆኑንን ፈተናዎች ለማለፍ ባለህ በሳል የዓመራር ጥበብና ትዕግስት የማይታለፉ የሚመስሉ ቀናቶችን አሻግረህ የዛሬዋ ቀን ላይ ላደረስከው ውዱ የተቋሙ ፊት-አውራሪ የሆንከው ፕሬዝዳንት ዶ/ር እንደገና አበበ ፤
ለኔ ደግሞ መካሪዬ፣ታላቄ፣መከታዬ የሆንከው ውድ ወንድሜ እንኳን ለ10ኛው ዓመት ክብረ በዓል አደረሰህ!!
ባጠቃላይ እንግዳን ተቀብሎ በአብሮነትና በመቻቻል መኖር ምን እንደሚመስል በተግባር በማሳዬት የኢትዮጵያ ፋና ወጊ ለሆናችሁ ለኢሉአባቦር ህዝቦች በሙሉ እንኳን ለመቱ ዩኒቨርሲቲ 10ኛ ዓመት ክብረ በዓል አደረሳችሁ!!

20/07/2022
18/07/2022
Jaallatamtoota barattoota keenyaaa Yuunivarsiitii Mattuu filachuu keessaniin  gammadneera..✒✒✒✒✒✒✒✒✒✒✒✒✒Yuunivarsiitiin ...
25/04/2022

Jaallatamtoota barattoota keenyaaa
Yuunivarsiitii Mattuu filachuu keessaniin gammadneera..
✒✒✒✒✒✒✒✒✒✒✒✒✒
Yuunivarsiitiin Mattuu gara Kibba lixaa irratti Magaala gudditti Finfinnee irraa Kiloomeetira 600 fagaate bulchinsa Motummaa Naannoo Oromiyaa keessatti dachee magariitu Godina Iluu Abbaa Boor Magaala Mattuu keessatti argama.

Yuunivarsiitiin Mattuu dhaabilee barnoota Ol'aanoo dhaloota sadaffaa mootummaadhaan hundaa'an keessaa isa tokko yammuu tahu hojii baruuf barsiisuu isaas bara 2004 A.L.I kan eegalee dha.
Yuunivarsiitiin kun eerga hojii baruufi barsiisu eegalee kaasee jijjirama hedduu kan agarsiisaa jiru yammuu tahu, yeroo ammaa irrattii gosa barnoota 54 ta'aniin barnoota digrii 1ffaa fi gosa barnoota 31 ta'aniin barnoota digrii lammaffaa kaampaasota lama keessatti jechuunis kaampaasii Mattuu fi Bedelleetti barattoota kuma 20 ol ta'an sagantaa gara garaatiin simatee koleejoota 7 mana barumsaa 3 keessatti barnoota kennaa jira.

Yuunivarsiitiin Mattuu Godina Iluu Abbaa Boor, dachee magariisaa, jireenyaaf mijataa , nagaa fi tasgabbii qabu keessatti kan hundeefamee ta'uu isaatiin yeroo ammaa moraan Yuunivarsiitichaas guutummaa guututti magariisaa kan uffatte, ijaaf hawwataa ta'u irra darbee qe'ee baruuf barsiisuuf mijataa ta'u danda'eera.

Jaall'atamoota barattoota haaraa Yuunivarsiitii keenyatti ramadamtan hundaaf ammas irra deebiin anaa dhufuu jechaa yerooo dhihoottii waamicha isiniif gochuun sirna ho'aa ta'een hanga isin simanuutti bakka jirtanitti beeksiisa keenya akka hordoftan eergaa keenya dabarsiina.

Odeeffannoo dabalataaf:
📍Website: https://meu.edu.et.
📍Youtube: https://youtube.com/channel/
UCI1qFfG1dJ2eu7pyvp3qCOA
Facebook: https://facebook.com/mettuniversi

METTU UNIVERSITY The 6th National Research Conference Grand Theme Blending Research and Indigenous knowledge to Ensure Socio-Economic Transformation of the Nation Mettu University Main Campus is going to hold its 6th National Research Conference from May 7- 8/2022G.C. (ሚያዝያ 29-30/2014ዓ.ም...

25/04/2022
25/04/2022
14/07/2021

ማስታወቂያ
በበጎ ስራዎች ለመሳተፍ ለምትፈልጉ
ለመቱ ዩኒቨርሲቲ መምህራን፣ አስተዳደር ሠራተኞችና ተማሪዎች በሙሉ
የመቱ ዩኒቨርሲቲ ማህበረሰብ አገልግሎትና ማማከር ዳይሬክቶሬት ከሚሰራቸው ውስጥ አንዱ በመምህራንና በተማሪዎች የሚሰሩ የበጎ ፍቃድ አገልግሎት ስራ ነው።
በዚሁ መሠረት የመቱ ዩኒቨርሲቲ ማህበረሰብ አገልግሎት ዳይሬክቶሬት በዚህ ክረምት በጎ ፍቃደኛ መምህራን ተማሪዎችን
በማሳተፍ የከተማ በጽዳት ስራ፣የተራቆቱ ቦታዎችን ማልማት፣ በማህበረሰብ ንቅናቄ የተተከሉትን ችግኞች የመንከባከብ ስራ፣ በከተማችን ያሉትን አቅመ ደካሞችን ለመደገፍ እየተንቀሳቀሰ ይገኛል።
ስለዚህ በዚህ በጎ ተግባር ለመሳተፍ ፍቃደኛ የሆናችሁ የዩኒቨርሲቲያችን መምህራን ና ተማሪዎች ከነገ ረቡዕ 07/11/2013 ዓ.ም ጀምሮ ለተከታታይ 5 የስራ ቀናት በማህበረሰብ አገልግሎትና ማማከር ዳይሬክቶሬት ጽ/ ቤት አዲሱ የአስተዳደር ሕንፃ ቢሮ ቁጥር 56 በመገኘት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እየገለፅን ይህንን ዕድል እንድትጠቀሙ ጥሪያችንን እናቀርባለን።
ማህበረሰብ አገልግሎትና ማማከር ዳይሬክቶሬት ጽ/ቤት

Beeksisa
Barsiisotaa, Hojeettoota bulchiinsaa fi Barattoota Yuunivarsiitii Mattuu Hojii tola Ooltummaa irratti hirmaachuuf fedha qabdan Hundaaf

Daayiraktoreetiin tajaajila hawaasummaa Yuunivarsiitii Mattuu hojjiwwan hojjetu keessaa inni tokko hojii tola oolutummaa barsiisotaa fi barattootaan hoijetamu dha. Haaluma kanaan ganna kana barsiisotaa fi barattoota hojii tolaooltummaa irratti hirmaachuuf fedha qaban hirmaachisuun, Magaala Mattuutti hojii qulqullinaa, bakkawwan manca'an deebisanii misoomsuu, hirmaannaa uummataatiin biqiltuwwan dhaabbatan kunuunsuu fi namoota harka qalleeyyii deeggaruuf
socho'a jira. Kaaaafuu, barsiisotnii fi barattootni hojii tola ooltummaa kanarratti hirmaachuuf fedha qabdan bor, gaafa Roobii 07/11/2013 A.L.I eegaltanii guyyoota hojii shaniif yeroo hunda Gamoo bulchiinsa isaa haaraa Biiroo Tajaajila Hawaasumaa Lakkoofsa 56'tti argamuun galmaa'uu akka dandeessan ibsaa hojii tola oltummaa irratti waamicha isiniif godhame irratti akka hirmaattan ergaa keenya isniif dabarsiina.
Daayiraktoreetii Tajaajila hawaasummaa Yuunivarsiitii Mattuu

Address

Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mettu university students peace forum posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share