Usama bacha

Usama bacha �bsi

Permanently closed.
02/11/2024
30/10/2024

We're back in Carabao Cup action 💪🔴

|

30/10/2024

Obsaan Dubbisaa
Mansuur Jamaal maaltu Śoóréssá godhe?
Mee gaafi kana irra deddeebi'aa Of gaaffadha.
Koommentii Jala isiniif kaa’ee jira Hundi keessanuuu check godhaa fayyadama Isin Jaaladha Galatoomaa

08/06/2024

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

07/06/2024

Baatiin Zulhijjaa Mul'attee jirti

Baatiin Zulhijjaa guyyaa harraa waan mul'atteef bor Jum'aa Zulhijjaa 1 ta'a. Haaluma kanaan harri xumura baatii Zul Qa'adaati.

Gama biraatiin Ayyaanni Iid al Adahaa kan bara kanaa gaafa zulhijjaa 10 ykn ammoo Alhadaa waxabajjii 9 bara 2016 irra oola

07/06/2024

10 zulhijjaa keessa waan hojjatuu qabnu.
Obsaan dubbisaa waliifis qoodaa

Guyyaa arraa ji'a zulhijjaa 1 jannee jalqabne, ji'a zulhijjaa guyyaa 1-10 guyyoota dalagaaleen akkaan rabbi biratti jaalatamoo tahan tahuu himan rasuulli ﷺ, tanaaf hojiilee armaan gadii tana heddummeysuun rabbitti haa dhihaannu.

1. Salaata : akkuma beytan salaanni dalagaa akkaan sadarkaa qabu, guyyoota kana keysas salaata fardii tiyfachaa, sunnaalee salaata fardii duraaduuba jiran, sunnaa duhaa, akkasuma salaata witrii fi kkf dabalachuu.
2. Qur'aana : sadarkaa qur'aanaa ni beytanii himuun barbaachisu, guyyatti juuza 3-4 qofa yoo qaraane guyyoota kana keysa qur'aana guutuu buusuu dandahama, yeroo qur'aanarraa dubbisuun hin mijatin dhageyfachuun irraa fayyadamuu.
3. Zikrii: rabbi qulqulleessuu, galatoomfatuu, guddisuu walumaa galatti rabbi yaadatuun dalagaa akkaan guyyoota kana keessa jaalatamurraahi, sahaabaa fi taabi'iyyoonni guyyoota kana keessa bakka akka, masjida, magaalaa fi karaarratti takbiirtaa heddummeessuutu hadiisa keessatti gabaafame, yeroo jirtu cufaitti fayyadamuudha.
4. Sadaqaa: karaa rabbii keysatti waan qaban irraa kennachuunis waan guyyoota kana keessa dalaganii rabbittiin dhihaatanirraahi.
5. Soomana: guyyaa 1-9 soomanuun sunnaadha, hadiisa abu dawuud gabaasan keessatti Ergamaan keenya {ﷺ} akka soomanuu turan nuuf gabaasan sahaabaan, kanaaf namni dandahu soomanuun gaariidha, garuu guyyaa arafaa (9ffaa) namni soomane rabbiin diliilee bara dabree fi bara dhufu akka irra dabruuf kajeellaa qaba ja'an rasuulli {ﷺ}, hadiisa imaamu muslim gabaasan keessatti, kanaaf guyyaa biroo dadhabnus, guyyaa 9ffaa kana soomanuu hadaraa dirqama of irratti godhuu qabna.
6. Hajjii fi umraa: dalagaalee jaalatamoo keessaahi hajjii fi umraan namni rabbi laaffiseef umraa godhee hajjee rabbitti haa dhihaatu.
Kana males dalagaalee gaggaarii cufa hojjatuun yeroo teenya saammachuu qabna, ammas guyyoota kana keessa ofiifis tahee maatii akkasuma biyyaafis du'aa'ii godhuun gaariidha.

Rabbiin warra irraa fayyadamee addunyaa aakhiraatti milkaawu nu haa godhu!

Address

Wallagga
Nazareth
BEGHI

Telephone

+251949077223

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Usama bacha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share