Yahya jibril pages

28/02/2025

የካቲት 20፣ 2017 ዓ.ል | ሻዕባን 29 ፣ 1446 ዓ.ሒ
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
ጨረቃ አርብ ምሽት ከታየች የ1446 ዓ.ሒ የታላቁ ረመዷን ፆም ቅዳሜ ካልታዬች ግን እሁድ እንደሚሆን ጠቅላይ ሸሪዓ ፍርድ ቤት ገለፀ።
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
አዲስ አበባ |

የፌደራል ጠቅላይ ሸሪዓ ፍርድ ቤት ለጠቅላይ ምክር ቤቱ በላከው መግለጫ ጨረቃ አርብ የካቲት 21/17 ( ሻዕባን 29/1446) ከታየች የ1446 ዓ.ሒ የታላቁ ረመዷን ፆም ቅዳሜ የካቲት 22/17 ዓ.ል የሚጀመር ሲሆን፤ ካልታየች ግን የረመዷን ፆም እሁድ የካቲት 23/17 ዓ.ል እንደሚጀምር ገልጧል።

ለተከበረው የረመዷን ወር ፆም በሰላም ላደረሰን አሏህ ምስጋና እናቀርባለን ያለው የጠቅላይ ሸሪዓ ፍርድ ቤቱ መግለጫ ህዝበ ሙስሊሙ በፆም ወቅት ኢስላማዊውን የመደጋገፍና የመረዳዳት ተግባር የበለጠ አጠናክሮ እንዲቀጥልም ጠቅላይ ሸሪዓ ፍርድ ቤቱ አደራ ብሏል።

በመጨረሻም ለሐገራችን እና ለመላው ዓለም ህዝበ ሙስሊም ፆሙ የጤና፣ የሰላምና የፍቅር እንዲሆን ጠቅላይ ሸሪዓ ፍርድ ቤቱ መልካም ምኞቱን ገልጿል።
••••••••••••
የኢት/እ/ጉ/ጠ ምክር ቤት ሕዝብ ግንኙነት።
ይከታተሉን | Follow us፡
ፌስቡክ | Ethiopian Islamic Affairs Supreme Council
ቴሌግራም | t.me/eiasc1
ትዊተር | https://x.com/eiasc1

01/04/2024

🛑 namni salaata tahaajjudaa masjiidatti salaatuu hin danda'iin manatti salaatuu ni dandeettan

📌 yeroon salaata ishaa'irraa eegalee hanga azaana fajritti jiru hunduu yeroo salaata laylii waan ta'eefi namni hunduu haga dandeetti isaa raka'aa lama lamaan hanga barbaade salaatu ni danda'a.

📌 namni hifzii qabu hifziin kan hinqabne immoo qur'aana banatee salaatuu ni danda'a.

📌 ijoolleen umriin isaanii waggaa 8 ool taate Qur'aanaa fi ulaagaalee salaataa yoo beekan imaama ta'anii salaachisuu ni danda'u.

📌 haala dhaabbata saffii ilaalchisee imaamni duratti lakkofsii dhiiraa lamaa fi lamaa ool yoo ta'an imaama duuba ma'amuumni tokko qofa yoo ta'e cinaa mirga imaamaatiin dhaabbata dubartiin immoo saffii dhiiraa duubaan dhaabbatani.

📌 dubartiin imaamaafi warra wajjiin salaatuuf haadha, obboleetti.. yoo taatelle dhiira wajjiin walqixa dhaabatuu hin dandeettu. Kophaa isiituu osoo taate saffii duubaa oofdanda'eerratti dhaabbachu qabdi.

📌 dhiira tokko fi dubra takka ta'anii yoo kawajjiin salaatan ta'eeyyu imaamni duratti isiin immoo duubaan dhaabattee salaatti.

📌 dobartoota qofa ta'anii yeroo salaatanitti kan salaachistuu qixxee dhaabbatti garu akka dhiiraa duratti hin baatuu.

📌 dubartiin takka yeroo kophaa salaattuus ta'e yeroo imaama taatee salaachiistuu salaata halakanirratti sagalee ool fuutee qara'uu hin dandeetti.

📌 nama danda'uuf Qur'aana, sujuudaa fi rukuu'a dheereessuun raka'aa 11 salaatuun caalaa yoo ta'u namni kana godhuu hin dandeenne raka'a 2/2 godhuun haga danda'u salaatee witrii dhaan cufuu ni danda'a.

✍️ Ustaz Ahmed Adem

SAW ❤
29/03/2024

SAW ❤

29/03/2024

Over 80,000 people gather at Grand Street Iftar of Addis Ababa with the motto 'Gather for Unity' - Anadolu Ajansı

look👇👇👇
27/03/2024

look
👇👇👇

27/03/2024
OF AMANI!  =======$====== Atti rakkina kee caalaa cimaa dha! Dhiphina kee caalaa cimaa dha! Qaama kee caalaa cimaa dha! ...
04/09/2023

OF AMANI!
=======$======
Atti rakkina kee caalaa cimaa dha!
Dhiphina kee caalaa cimaa dha!
Qaama kee caalaa cimaa dha!
Sodaa kee caalaa cimaa dha!
cimaa taate immoo ofuma kee yoo of barte ofumaa keef ragaadha.

MO'ATAA TA'UU YOO BARBAADDE_______¤_______¤_______👇 @ Kaayyoo qabaadhu@ Galma qabaadhu@ Abdii hin kutattin@ Miira kee to...
30/08/2023

MO'ATAA TA'UU YOO BARBAADDE
_______¤_______¤_______👇
@ Kaayyoo qabaadhu
@ Galma qabaadhu
@ Abdii hin kutattin
@ Miira kee to'adhu
@ Dandeetti waa murteessu qabaadhu
@ Mul'ata qabaadhu
@ Namoota hin tuffattin.

Address

Politics
Nazareth
JIMMAAGERA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yahya jibril pages posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share