04/06/2019
Hordoftoota Amantaa muslimaa maraan baga
Ayyaana IID-ALFAXIIR waggaa 1440ffaan isin gahe
jechaa ayyaanni kan jaalalaa ,tokkummaa
,badhaadhinaa ,Nageenyaa fi misoomaa isiniif haa
ta'u
IID-MUBAARAK.