Hojjii lammiif hojjaachu

Hojjii lammiif hojjaachu Hojjii lammiif hojjaachu hojjii lammiif hojjaachu

Rakkoo nyaatafi bishaanitin loon NAANNOO HORSIISEE BULAA BOORAANA Akka itti miidhaamani.
19/10/2021

Rakkoo nyaatafi bishaanitin loon NAANNOO HORSIISEE BULAA BOORAANA Akka itti miidhaamani.

19/07/2021
Akkami nagaa fayyaa qabdu? Jalloowwaan fuula fb kiyyafi hordoftoota page kana hundii keessan armaan duraa kitaaba"UTUBAA...
16/01/2021

Akkami nagaa fayyaa qabdu? Jalloowwaan fuula fb kiyyafi hordoftoota page kana hundii keessan armaan duraa kitaaba"UTUBAA" waa'ee Isa isanitti Hime ture.garuu yeroon Isa dheeratee hanga ammaatti madaalame maxxanfamu dhabuu isaatif dhiifama isan gaafadha.hin turte malee hin maseentu dubbiin kitaaba UTUBAA Amma yeroon Isa gaha jira obsaan eegadha.bareessa kitaabicha irra.

BAGA GAMADDANI!Barattoonni Naannoo oromiyaa hundii keessaan barnoonni sababa koronaan addaan cite ture,yeroo garaa lamaf...
29/11/2020

BAGA GAMADDANI!
Barattoonni Naannoo oromiyaa hundii keessaan barnoonni sababa koronaan addaan cite ture,yeroo garaa lamaf sadii akka banamuuf abdiin eegacha turtan gaafa guyyaa12/03/2013tti akka banamuuf ejjannoo tokkoon murtaa'ee waan jiruuf baga GAMMANNE baga waliitti deebine!

Doyyoo Huqqaa Duuba hanga dhalatee Wagga tokkoof ji'a Afur guute jira.yoo waqayyoon jedhe gubbisa isaatif ji'a torba qof...
18/11/2020

Doyyoo Huqqaa Duuba hanga dhalatee Wagga tokkoof ji'a Afur guute jira.yoo waqayyoon jedhe gubbisa isaatif ji'a torba qofatti hafa.kanaafuu hundii keessaanu guyyaa gubbisa(jila) yoo waaqi ittin nu ga'ee akka nurra hin hafne asumaan isanitti dhamaacha,Doyyoollee qunbii itti nu biifa.

Misoomni misooma caaluu misooma sammuu namaati.sammuun nama kana ittin misoomu dandeettif beekumsa, oggummaa Kee irratti...
18/11/2020

Misoomni misooma caaluu misooma sammuu namaati.sammuun nama kana ittin misoomu dandeettif beekumsa, oggummaa Kee irratti humnafi qabeenya osoo hin qusatin lammiif hojjaachudha.kanaafuu lammiif haa hojjannu!

Lammiitu lammiifLammiin  Raayya ittisa biyya Tarkaaffii ol-aantumma seera kabajisiisuuf isaan humna badii garee Juunta i...
18/11/2020

Lammiitu lammiif
Lammiin Raayya ittisa biyya Tarkaaffii ol-aantumma seera kabajisiisuuf isaan humna badii garee Juunta irratti fudhaatani kamiifuu humnafi qabeenya qabnuun isan waliin jirra.jabaadha jechuun barbaada!!!

17/11/2020

Hojjii lammiif hojjaachu Kan qophaa'eef karaa dandeettif beekumsa keenyaatin muxxaannoo qabnu waliin hojjii lammiif hojjaachu akka qabnu beeksiisuun,hubbachisuuf gorsa kennuudhaf.

BAGA GAMADDANI!Barattoonni Naannoo oromiya hundii keessaan,Armaan duraa sababa koronaan manneen barnoota ji'a saddetif c...
14/11/2020

BAGA GAMADDANI!
Barattoonni Naannoo oromiya hundii keessaan,Armaan duraa sababa koronaan manneen barnoota ji'a saddetif cufa turan sadaasa 07/2013tti akka banaman murtaa'ee waan jiruuf baga waliitti deebi'een!

Address

Negele

Telephone

+251986091847

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hojjii lammiif hojjaachu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share