Bedr Adem

Bedr Adem شاب نشأ في عبادة الله

07/07/2024

Sabaahal-keyr
🥰✅

17/09/2021

شاب نشأ في عبادة الله

17/09/2021
Maalummaa Rakkinaa nama Rakkateefii nama rakkataa Argetu beekaGareen keenya gargaarsa Ummata kaabaa Waraanaan buqqa'anii...
17/09/2021

Maalummaa Rakkinaa nama Rakkateefii nama rakkataa Argetu beeka
Gareen keenya gargaarsa Ummata kaabaa Waraanaan buqqa'anii guyyaa Har`aa daakuu makiinaa aysuuzuu 1 mokoroonii makiina 1 fi uffata akkasumas meeshaa manaa geessuudhaan eegallee jirra inshaa Allah ammas itti fufna.
Ustaaz Raayyaa Abbaamacca

Ergămăăn răbii ﷺ akkan jedhan.Găbărichi rabii harkă issă gamma rabii ol qabe yoo rabiin kadhate rabiin harka qulla issa ...
08/09/2021

Ergămăăn răbii ﷺ akkan jedhan.
Găbărichi rabii harkă issă gamma rabii ol qabe yoo rabiin kadhate rabiin harka qulla issa hin debisu jedhan.

Yăă rabii kadha tena kulii nura qebalii 🤲
اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ
اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ

07/09/2021

Diinii Tan Qabdu Filadhuutii Fuudhi

Namni bifa ishee jaalatee dubartii takka fuudhe gaafa Rabbiin jedhee bifti ishee bade ishee jibbaan. Namni mallaqa isheetiif jedhee ishee fuudhe mallaqni ishees dhumatee gara waan hin taane keessa aseenu. Namni diinii isheetiif jedhee fuudhe garuu hanga xumuraatti kan ishee faana turuu dha.

Duniyaa fii Aakhiraattis!

Faayidaa dubartii diinii qabdu fuudhuu,

1. Namni tokko yoo diiniif jecha ishee fuudhe isas gara Rabbii isaatti akka dhihaatu qarqaartiin

2. Yommuu dogongoruu fii balleessu ni sirreessitiin

3. Waqtii ishee aarsuu fii mufachiisutti isheen Rabbiif jecha dhiifama isaaf gooti.

4. Yeroo gara daandii jallinnaatti deemu gara daandii sirriitti isa eemarti

5. Ijoollee isaa akhlaaqa gaariin boccee isaaf guddifti

6. Maatii isaa mindaa Rabbii irraa argachuuf jecha kunuunsitiif

7. Waqtii qarqaarsa ishee barbaadutti yeroo hunda ni qarqaartiin

8. Walitti dhufeenya Rabbii isaa wajjiin qabu akka tolfatuuf isa qarqaartiin. Wantoota gaggaarii kanaa fii kan kana fakkaatan biroo dubartii diinii qabdu irraa argachuun ni danda'ama. Kanaaf jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ Yommuu fuutu Diin tan qabdu filadhuutii fuudhi.

Rabbiin nu haa waffaqu! Amiin!

By:- شاب نشأ في عبادة الله

03/09/2021
الا إنّ نصر الله قريب. !!!
17/06/2021

الا إنّ نصر الله قريب. !!!

01/01/2021

As wr wb

Address

Diin Islaam
Nek'emte

Telephone

+251927262396

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bedr Adem posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Bedr Adem:

Share