Kajo

Kajo 🎤Sin eega kottume
⏮ ⏯ ⏭
03:21-----⏺-----------06:53

like♥ Comment☯ share♻

28/06/2023

Galmee duuba oole si dubbisa
Isa namni dhiise
Argera dubbinke naaf qoricha
Onaako sin ciise
Orma in gaafannem ofiketi beekta
Kaumsa eenyumako
Tumsaketin jabaadhe asgae
Anaaf sidha Abbanko✅

17/06/2023

👉Waaqayyo Wajjin Gaafa Imaltu Bakka Yaadde Ni Geessa Yoomu

JiraachisaakooEba Diribawell come
16/06/2023

Jiraachisaakoo
Eba Diriba
well come

JIRAACHISAAKOO
New music Video
Faarfannaa haaraa turtii waggaa lamaa booda suur sagaleedhan isiniif qabadhee dhufaan jira yeroo dhiotti , naaf kadhadhaa 🥰🙏🏿
Akkanni gadhifameen argachuuf link kanaa gadiitti buhuun youtube channel kiyya gochuu dandessu

https://youtube.com/

Hooqubaa Films Lalisa Getaneh Ayana

14/06/2023
01/02/2023

God is Good

👉waanta darbeef hin boo'in darbeera👉Waa'e fuulduraf hin dhiphatin hin geenye🤙Amma jiraadhu bareechi
30/01/2023

👉waanta darbeef hin boo'in darbeera
👉Waa'e fuulduraf hin dhiphatin hin geenye
🤙Amma jiraadhu bareechi

13/06/2022

Send a message to learn more

Address

Boord
Nekemte
ORO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kajo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kajo:

Share