Qonnaa-Agriculture

Qonnaa-Agriculture Qonnaa, misooma, oomisha, teknoloojii,.......

2026NEW YEAR 🎊🎊🎊
31/12/2025

2026
NEW YEAR 🎊🎊🎊

Godina Wallagga Bahaatti lafa heektaara kuma 700 fi kuma 32 ol irratti midhaan faca’eKallacha Oromiyaa: Adoolessa 17, 20...
24/07/2025

Godina Wallagga Bahaatti lafa heektaara kuma 700 fi kuma 32 ol irratti midhaan faca’e

Kallacha Oromiyaa: Adoolessa 17, 2017(Godina Wallagga Bahaatti qonna gannaan hanga ammaatti lafa heektaara kuma 700 fi kuma 32 ol irratti sanyiin faca’eera jedhe Waajjirri Qonnaa Godiinichaa.

Godinichatti hojiin qonna gannaa bara kanaa haala gaariirratti kan argamu ta’uu Bakka Bu’aan Itti gaafatamaa Waajjira Qonnaa Godinichaa Obbo Indaashaaw Asfaaw Faanaa Diijitaaliitti himaniiru.

Qonna gannaaf lafti heektaarri kumni 700 fi kumni 93 fi 700 ol qotamuun hanga ammaatti lafa heektaara kuma 700 fi kuma 32 fi 500 ol irra sanyiin faca’uu eeran.

Oomishaafi oomishtummaa guddisuuf xaa’oo godinichaaf dhiyaate kuntaala kuma 400 fi kuma 79 fi 108 keessaa kuntaalli kumni 400 fi kumni 10 fi 800 ol qonnaan bultootaaf raabsameera jedhan.

Sanyii filatamaa kuntaala kuma 24 fi 300 ol dhiyeessuuf karoorfamee kuntaalli kumni 23 fi 800 ol dhiyaachuus ibsaniiru.FBC

Irrigation system
15/10/2024

Irrigation system

23/09/2024

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qonnaa-Agriculture posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share