Singer Boontuu Dibabaa

Singer Boontuu Dibabaa Farfattuu Boontuu Dibaabaa

15/03/2024
Kan akka waqayyo in jiruu💯💯
16/10/2023

Kan akka waqayyo in jiruu💯💯

Ogessa tahi
05/10/2023

Ogessa tahi

02/10/2023

@=>Ganameeffadhuu Ka'i
@=>Bakka Yaadde Ga'i @=>Ifa Tulluurraa Ta'i @=>Dubaaf Fulduraan
Ifi.
@=>Amantitti Jabaadhu @=>Ogummaa Qabaadhu
@=>Waaqayyoon
Sodhadhu.
@=>Mo'icha Argadhu. @=>Hamtuun Sin Argiin @=>Gaariin Sin Darbin.
@=>Kan Dhalate Siif
Haa Guddatu.
@=>Yoo Loltu Mirgaan
Gali.
@=>Yoo Barattu Qabxii
Argadhu
@=>Mo'i Malee Hin
Mo'amin.
@=>Argadhu Malee Hin
Dhabiin
@=>bakka Yaaddes Hin
Hanqatiin.=>

Yesuus karadha dhugadha jirenyiis isumaa
02/10/2023

Yesuus karadha dhugadha jirenyiis isumaa

Address

Song
Nekemte

Telephone

+251941510550

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singer Boontuu Dibabaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share