Barii Lafaa

Barii Lafaa Bilisummaan Fedhii warraa haacuucaamanin osoo hin taane Dhibaa warra haacuucaamanin kaan dhufuudha

12/02/2025

Nagaa barbaaduuf qawwee baannee jette nutti himtee kaleessaa tole jenne
Har'amo nagaa barbaaduufan qawwee fannisee nun jette, egaa isaa kam fudhaanna? 😒

23/01/2025

Karri galma dhugaatti geessuu dhugaaman banana kanafu dursii daandii dhugarraa akka jirtuu tilmaamii

Ce,uu nama dhorkatteeDolollon taatee garbaaQocaan ittiin morkatteeIlleettii fiigee darba!----Daaraafi daakuu mooqeeIttii...
17/03/2024

Ce,uu nama dhorkattee
Dolollon taatee garbaa
Qocaan ittiin morkattee
Illeettii fiigee darba!
----

Daaraafi daakuu mooqee
Ittiin sossobuuf garaa
Miilliyyuu maataa hooqee
Faallessa dubbii baraa

---
Lagni qurxummii nyaatee
Dhagaanis baaree daakaa
Kaleessaan mootii taatee
Wan arge waliin laaqaa
---
As dhiyoon lafaa kaanaa
Haqaaqee dhugaa dabsa
Baraatti kansaa taanaan
Hanqaaquun dhagaa cabsa
---
Fuggisoo dubbii dabaa
Sangaatu jabbii dhalaa
Haqni yoo dhabes gabaa
Dhugaan galgalaan gala!

Edaa hinaaffan akkaas nama goodhaayi?"Hammaa namaa hin geessuCabsa namaa hin teessu" jedha oromoon yeroo mammaaku. Kan i...
14/03/2024

Edaa hinaaffan akkaas nama goodhaayi?
"Hammaa namaa hin geessu
Cabsa namaa hin teessu" jedha oromoon yeroo mammaaku.

Kan isa hin beekne kan kitaabuma banee dubbisuu hin beeknetu social media irratti nama qeeqa dhugaa.
Ati ammas gaarummaa Kee itti fufii!

12/11/2023

Qabsoon ati gochuu qabduu isa kalleessa caalaa isa borii gadii ta'uu qaba yoo kana gootee ati injifataadha?
IUOF

10/11/2023

Waanti ati yaaduu hin turaa hin bulaa malee galmasa hin hanqatuu ati garuu yeroo kamu filduurati imaali!

04/11/2023

Gootaa dhugaaf kufee farsuu dhiisiiti
Daandii inni irraati kufee hordoofi isaatu galmaa qaba 👌

10/12/2022

Dhalooni keenyaa maalif Eelee sibiilaa ta'e? Dhalooni Amma jirru kun kotaa seenaa dhalootaf darbuu hojjeena❗

Falmachuun amma Amma keessaayyu Amma
05/12/2022

Falmachuun amma Amma keessaayyu Amma

Uummani oroomo ergaa seenaa isaa, aadaa isaa, sirna waaqeefana isaa dhisee Kan ormaa wajjiin figuuti ka'ee qe'ee isarrat...
04/12/2022

Uummani oroomo ergaa seenaa isaa, aadaa isaa, sirna waaqeefana isaa dhisee Kan ormaa wajjiin figuuti ka'ee qe'ee isarratti salphistee malee takka hin kabajaamnee Mee kotta takka of tanee ilaala

Address

Oromia
Nekemte
ONLY

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barii Lafaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share