Ñãm Ørø Wgg Page

Ñãm Ørø Wgg Page Oromummaa

04/01/2025
19/01/2023

Warri arra Beela'an
Boorin Quufuu
Kannen miidhamanis boorin kolfuu
Waaqayyoon gedderta bara hamtuu
Gadi qabdee tullota of tuultuu!

06/05/2022

waraanni mootummaa karumarraa itti goranii haadha warraafi abbaa warraa kana mana isaanii jalatti ajjeessan jedhan! Lamaanuu barsiisota! Ijoollee xixiqqoo lama qabu.

Baay’ee kan nama dhukkubsu isheen ulfa ji’a 7 garaa qabdi.

Namni namarraa dhalate, kan haadha qabu, kan daa’ima qabu akkamitti gochaa akkasii raawwata garuu?

Dhiigni qulqulluun yakkaa malee dhangala’u lafatti hin badu!

05/04/2022

Hatee miti utuu wangeelaa lallabuu akkasitti reebamee mada'ee waaqayyoon haa kadhannuuf
Namni kun dheengadda lafa waldaa caccabsanitti isas reebicha hamaa amma kana ga'u Irran ga'an aqaaqiitti!!!
Nama kana haa deggarru waan dandeenyuun
Share gochuun waliif haa qoodnu

06/03/2022



https://youtube.com/channel/UCYKQyDXH94n1FIeAGnJq2pQ
Hunda dursa Abbaa ergichaa kan ta'e isa na gargaareef galanni haa ta'u. kanatti aansuun maatii Waaqayyoo nagaan Waaqayyoo bakka jirtan maratti isiniif haa baay'atu jechaa, Ergaa Waaqayyo garakoo fide mata dureen isaa kan jedhu qabadhee dhufeera.Isinis akkasumas you tube channel koo link arman ol jiruun seenaa guchuun na Eegaa.Eebbifamaa.

19/11/2021
10/11/2021

Profile ❤

Address

Oromia
Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ñãm Ørø Wgg Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share