07/10/2022
Waaqayyo wanta ja'a(6) ni jibba, isa torbaffaa immoo ni ciigga'a;
Isaanis kanatti fufanii jiru;
1) nama waan guddaatti of ilaalu,
2) arraba sobu,
3) harka dhiiga nama balleessaa hin qabnee dhangalaasu,
4) garaa akeeka hamaa yaadee qopheessu,
5) miilla waan hamaa gochuuf ariifatee fiigu,
6) nama sobaan nama irratti dhugaa ba'u,
7) isa soba gad jijjigsu, nama gargar ba'uu obboloota gidduutti facaasuudha.
Nu haa gargaaru🙌🙌🙌🙌🙌
FOLLOW MY PAGE...