04/09/2025
Oduu Gaddaa
Barsiisaa fi hoogganaa 'ICT' dhaabbata keenya Niwu jenereeshinii damee Naqamtee kan tahe barsiisaa Faqqadee Ballis kan jedhamu guyyaa hardhaa dhibee tasaan mana yaalaa deemees utuu yaalamuu guyyaa hardhaa ganama (29/12/2017) tti addunyaa kanarraa boqotee jira.
Baayyee gaddinee jirra.
Bulchiinsii fi hojjettootni dhaabbata keenyaa Maatiif firoottan isaaaf jajjabina hawwa.