Abdii Usmaa'il ka lammii

Abdii Usmaa'il ka lammii Odeeffannoo waytaawaa fi Qulqulluu isin biraan ga'uuf carraaqna.

Fiigicha Daandiirraa addunyaarratti Atileetonni Itiyoophiyaa milkaa'an.OBN Fulbaana 20,2016- Fiigicha daandiirraa Adduny...
01/10/2023

Fiigicha Daandiirraa addunyaarratti Atileetonni Itiyoophiyaa milkaa'an.

OBN Fulbaana 20,2016- Fiigicha daandiirraa Addunyaa meetira kuma 5 Laatiiviyaa Riigaatti dorgomameen Atileetonni Itiyoophiyaa 1ffaafi 2ffaa bahuun milkaa'an.

Dorgommichaan Atileet Hagoos G/hiwoot 1ffaa yoo bahu, Atileet Yoomiif Qajeelchaa immoo 2ffaa baheera.

20/08/2023

የምንግዜም ኩራት የሆኑን የኢትዮጵያ ሴት ልጆች በቡዳፔስት የአለም አትሌቲክስ ሻምፒዮና በ10,000ሜ ውድድር ላይ ሰንደቅ አላማችንን በድጋሚ ከፍ አድርገዋል።

እንኳን ደስ አላችሁ!

Dubartoonni ilmaan Itoophiyaa yoomiyyuu ittiin boonnu Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Budaapeesti irrratti fiigicha meetira 10000 niin alaabaa keenya ammas olkaasaniiru.

Baga gammaddani!

Proud daughters of raise the flag once again at the World Athletics Championship in Budapest. A sweep for Ethiopia in the women’s 10,000m.

Namni callisuNama yaada guddaa qabu yknNama yaaddoo guddaa qabuudha
16/08/2023

Namni callisu
Nama yaada guddaa qabu ykn
Nama yaaddoo guddaa qabuudha

Innjifannoo waloo dhugoomsuudhaaf obbolummaa dagaagsuun daran murteessaadha. ********Obbolummaan bu’uura tokkummaa fi wa...
16/08/2023

Innjifannoo waloo dhugoomsuudhaaf obbolummaa dagaagsuun daran murteessaadha.
********
Obbolummaan bu’uura tokkummaa fi waliin jireenyaa, ibsituu ammayyummaati. Biyya kabajamtuu lammiileen ishee jaalalaa fi kabajaan keessa jiraatan mirkaneessuudhaaf duudhaa obbolummaa babal’isuun barbaachisaadha.

Obbolummaan rakkoolee nu muudatan maraaf furmaata kan nuuf kennu, daandii qormaata nu ceesisee badhaadhinatti nu qajeelchuudha.

Biyyi keenya biyya aadaa, seenaa fi duudhaa waliin jireenyaa cimaa ta’een dabaalamtee tokkummaa lammiilee isheetiinis tikfamtee fi kabajamtee dhaloota tarkaanfattedha. Duudhaalee jajjaboo calaqqee waliin jireenya uummata biyyattii ta’an keessaa ammo obbolummaan hangafadha.

Imalli jijjiiramaa biyyi keenya eegalte dhuudhaalee ganamaa kanneen cimsuu fi kunuunsuudhaan badhaadhina waloo dhugoomsuu irratti kan xiyyeeffatedha. Paartiin Badhaadhinaa waa’ee wal qixxummaatis ta’ee bilisummaa gadi fageenyaan hubachuun kan danda’amu obbolummaan cimaan yoo jiraatedha jedhee waan amanuuf duudhaan kun akka dagaaguuf ciminaan hojjachaa jira.

Badhaadhinni waloo kan galma gahu lammiin hunduu ilaalachaa fi gocha duudhaa obbolummaa keenyaa quucarsan lagachuudhaan tokkummaan waliin dhaabbachuu yoo danda’edha. Kanaafuu gufuuwwan obbolummaa fi waliin jirreenya keenyaa kanneen ta’an irratti qabsaahuudhaan tokkummaa keenya haa jabeessinu, badhaadhina walootis haa dhugoomsinu.

አብይ አህመድ አሊ ኢትዮጵያን ለመገንባት ደከመኝ ሰለቸኝ ሳይል 24 ሰአት ያለ እረፍት እየሰራ የሚገኝ ምርጥ መሪ ነው። ሰውየውን አትንኩት። አምላኩ ከፊት ሆኖ እየመራው የሚጓዝውን መሪ ማንም...
16/08/2023

አብይ አህመድ አሊ ኢትዮጵያን ለመገንባት ደከመኝ ሰለቸኝ ሳይል 24 ሰአት ያለ እረፍት እየሰራ የሚገኝ ምርጥ መሪ ነው። ሰውየውን አትንኩት። አምላኩ ከፊት ሆኖ እየመራው የሚጓዝውን መሪ ማንም የሰፈር ወጠጤና ጎረምሳ ሊያቆመው አይልም።አብይ ለሀገሩ ቀና የሚያስብ ለህዝቦቿ ያለ እረፍት እየሰራ የሚገኝ እናቱ የወለደችው ጀግና የህዝብ ልጅ።

16/08/2023

"Finxaalesuummaan ni kufa, ijaarsi biyya Federaalizimii sabdaneessaa eegalame cimee itti fufa"!

Dargaggoonni naannoo Tigraay ijaarsa misoomaa fi nageenyaa keessatti qooda isaanii akka ba'an Obbo Geetaachoo Raddaan ga...
16/08/2023

Dargaggoonni naannoo Tigraay ijaarsa misoomaa fi nageenyaa keessatti qooda isaanii akka ba'an Obbo Geetaachoo Raddaan gaafatan



Dargaggoonni naannoo Tigraay ijaarsa misoomaa fi nageenyaa keessatti qooda isaanii akka ba'an Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan gaafataniiru.

Guyyaan dargaggoota Addunyaa har'a magaalaa Maqaleetti marii paanaaliin kabajameera.

Nageenyi argame itituun misoomni waaraa akka mirkanaa'uu dargaggoonni adda durummaan qooda isaanii ba'uu akka qaban Obbo Geetaachoo Raddaan gaafachuu TOI gabaaseera.

የአስቸኳይ ጊዜ አዋጅ መታወጁ ከጥቅማ ጥቅሞች የበለጠ ጥቅም አለው 1, በአማራ ክልል 2 ሰላም ይሰፍናል, ታጣቂዎች በህግ ቁጥጥር ስር ይሆናሉ 3, ህዝቡ በሰላማዊ መንገድ ለመልቀቅ ሁሉንም ጥ...
15/08/2023

የአስቸኳይ ጊዜ አዋጅ መታወጁ ከጥቅማ ጥቅሞች የበለጠ ጥቅም አለው 1, በአማራ ክልል 2 ሰላም ይሰፍናል, ታጣቂዎች በህግ ቁጥጥር ስር ይሆናሉ 3, ህዝቡ በሰላማዊ መንገድ ለመልቀቅ ሁሉንም ጥያቄዎች ይመልሳል.

Address

Quni

Telephone

+251902040319

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Usmaa'il ka lammii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abdii Usmaa'il ka lammii:

Share