Robe muslim student education center RMSEC

Robe muslim student education center RMSEC Dhaabbata barattootaa,barattootaaf barattootaan dhaabbate

Innaa lillaahi wa'innaa ileyhi raaji'uun 🥹**Abbaan obboleessa keenna Kaalid Bashiir Hasan obbo Bashiir Hasan gara daara ...
13/10/2025

Innaa lillaahi wa'innaa ileyhi raaji'uun 🥹
**

Abbaan obboleessa keenna Kaalid Bashiir Hasan obbo Bashiir Hasan gara daara aakiraa godaanan.

Jidduu qabxiin deebiin kennamuuf jiru karaa irratti konkolaataan itti bu'ee qaamni baayyeen miidhamee garguddaa matatu miidhame guyyaa 3 dura finfinnee deebisanii October 13 amrii tahan.

Guyyaa hara'aa October 13 ganama keessaa saa'atii 2 booda amrii tahanii janaaza magaalaa goobbaatti awwaalan.

Kaleessi Gammachuu hara'i gadda akkanuma gandi duniyaa.
Gammachuu ifaajee ofii arganii osoo hin geeffatin duniyaa irraa dabran hedduu nama gaddisiisa garuu dalagaan Rabbii nama dinqisiisa.

Rabbiin qabrii isaanii caffee jannataa irraa haa godhuuf.
Kaalidiif maatii isaanii guutuu obsa haa kennuuf.

Gootota barnoota  dhaabbata RMSEC Bara kanaa baga milkooftan
21/09/2025

Gootota barnoota dhaabbata RMSEC Bara kanaa baga milkooftan

maatii RMSEC fi deeggartoota RMSEC
19/09/2025

maatii RMSEC fi deeggartoota RMSEC

maashaa'allaah members of RMSEC
19/09/2025

maashaa'allaah members of RMSEC

Maashaa'allaah nama nuti baay'ee jaalannuu fi kabajnuudha!!! Hunduma keessan wajjiin.
19/09/2025

Maashaa'allaah nama nuti baay'ee jaalannuu fi kabajnuudha!!!
Hunduma keessan wajjiin.

19/09/2025
As wr wb kuni sagantaa xummura barnoota gannaa bara 2017. gaafa guyyaan 1/13/2017  Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffameedha.
19/09/2025

As wr wb kuni sagantaa xummura barnoota gannaa bara 2017. gaafa guyyaan 1/13/2017 Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffameedha.

19/09/2025

Dhaabbanni Barattootaa RMSEC barattootaan dhaabatee barattootaaf kan dhaabateedha. kanaaf yeroo kamuu bira dhaabbadhaa dhaabbata keessan kana jajjabeessaan dhaamsa keenna.

18/09/2025

As wr wb
Duraan dursee nageenyi Rabbii guddaa bakkuma jirtanitti isin haa gahu jechaa.
Dhaabbanni RMSEC Gaafa Guyyaa 11/1/2018 Dilbata Sa'aatii 7:00 irraa eegalee SAGANTAA GAGGEESSAA FI JAJJABINA BARATTOOTA KUTAA 12FFAA Iddoo argama isaa kan ta'e madrasaa salafiyyaa keessatti gaggeessuu waan barbaaduuf hundi keessanuu affeeramtanii jirtan. Maarree akka nurraa hin hafne Sa'aatii jedhamerratti akka nuuf argamtan kabajaan isin gaafanna?

Galatoomaa.
Nagaa Wajjiin!!!

  news RMSEC 2025Odeeffannoo hanga ammaatti nu bira gaheen Qormaata biyyoolessaa bara kanaa irratti akka magaalaa teenna...
16/09/2025

news RMSEC 2025

Odeeffannoo hanga ammaatti nu bira gaheen Qormaata biyyoolessaa bara kanaa irratti akka magaalaa teennaa fi dhaabbata RMSECtti Barattoonni qabxii dabriinsaa kutaa 12ffaa argatan.
☑️RMSEC
_maseradin tahir 463
A/rahaman Mohamed 484
Ramadan nagesso 459
Ismail idiris. 443
Asladin esa. 442
Ajaib husen. 399
Zuber huseen. 397
Bilal waritu. 454
A/karim adem. 326
Shueybii UMER. 323
Hamza Aman. 397
Mohamed. A/kadir. 304
Hasinat awol. 318
Amale Adem. 366
Karima Mohammed 365
Ukasha A/nasir. 345
Amin A/jabbar. 331
Duraa Jamal. 463
Yahya A/rahaman 349
Simale yahaya. 321
A/hafiz A/kadir. 354

Ammas itti fufa….
Robe muslim student education center RMSEC

Address

Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Robe muslim student education center RMSEC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share