03/04/2026
Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Gosootni Barnootaa Qorataman Beekame.
---------------
BBO- Bitootessa 25/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Fudhachuuf Qophiirra Jiran Gosoota Barnootaa;
Saayinsii Uumamaan:
1- Afaan Ingilizii,
2- Herreega,
3- Scholastic Aptitude,
4- Baayoloojii,
5- Kemistiriifi
6- Fiiziksiidha.
Saayinsii Hawaasaa:
1- Afaan Ingilizii,
2-:Herreega,
3- Scholastic Aptitude .
4- Seenaa,
5- Ji'ograafii fi
6- Ikkoonomksii yoo ta'an;
Irraa Qophaa'u:
Qormaatni kan qophaa'u gosa barnootaa qoraman hunda kutaa 9ffaa - 12ffaa boqonnaalee hunda kan hammatu ta'uu,
- keessa qophaa'u, sirna barnootaa haaraafi sirna barnootaa moofaa keessa jiru ( ta'e/ kitaaba lachuu keessa jiru) keessaa fudhachuun qophaa'a.
- - 12ffaa Sirna Barnootaa Haaraa keessaa qophaa'a.
- Sirna Barnootaa Haaraa Keessaa ta'ee kutaa 10ffaa - 12ffaatti kan jiru keessaa kan qophaa'uu ta'uu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa beeksiseera.
Kanaafuu, Barattootni keenya haaluma kana hubachuun humna qo'annoof qabdan cuunfitanii akka itti fayyadamtan dhaamsa keenya dabarsaa, barsiisotni keenyas deeggarsaafi sagantaa tutooriyaalii kennaa jirtan daran cimsitanii akka itti deemtan dhaamsa keenya.