Waajjira Barnootaa Godina Baalee

Waajjira Barnootaa Godina Baalee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Barnootaa Godina Baalee, College & University, Bale, Robe.

Baalee Aanaa Dinshoo        M/B .BSTD hirmaanna ummatatin ijaarama Jira!
10/08/2022

Baalee Aanaa Dinshoo
M/B .BSTD
hirmaanna ummatatin ijaarama Jira!

Bu’uraaleen misoomaa bara  kana Godinoota, Magaalotaafi Aanaalee Oromiyaa hunda keessatti baajata Mootummaa, Miti Mootum...
28/06/2022

Bu’uraaleen misoomaa bara kana Godinoota, Magaalotaafi Aanaalee Oromiyaa hunda keessatti baajata Mootummaa, Miti Mootummaafi Tajaajila Lammummaan ijaaramaa turan baay’inni isaanii kuma 20fi 70 ta’an Waxabbajjii 20/2014 irraa eegaluun eebbifamaa jiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa haala kamiin keessattuu waadaa ummataaf seene hojiin agarsiisuu cimsee itti fufa!

✍Mana Barnoota Bu'uura Boruu ijaaruun sammuu dhaloota boruu ijaaruudha♦Jilli I/A Waajjira Barnoota Godina Baalee Obbo Ts...
28/06/2022

✍Mana Barnoota Bu'uura Boruu ijaaruun sammuu dhaloota boruu ijaaruudha♦
Jilli I/A Waajjira Barnoota Godina Baalee Obbo Tsaggaa Alamaayyoon durfamu mana barnoota Shaalloo Sadarkaa 1ffaa mana barnoota bu'uura boruu ijaaruuf dhagaa bu'uura kaa'ameera.

🙏🙏🙏M.b bu'uura boruu ijaaruun sammuu dhaloota boruu ijaaruudha.🙏🙏🙏===============================Waxabbajjii 21,2014Godi...
28/06/2022

🙏🙏🙏M.b bu'uura boruu ijaaruun sammuu dhaloota boruu ijaaruudha.🙏🙏🙏
===============================
Waxabbajjii 21,2014
Godina Baalee Aanaa Goobbaa m.b Alooshee Xillootti Ijaarsi m.b bu'uura boruu hirmaanaa ummataattin ,hawaasa Gandichaattin iddoo I.G Waajjira Barnoota Aanaa Goobbaa obbo Awwal Abduljawwad Fi I.A Waajjira Barnoota Aanaa Goobbaa obbo Abdulsalam Ibraahim argamannitti Ijaarsi jalqabamee Jira.

26/06/2022
Guyyaa 16/10/2014Aanaa G/dhamoolee Ganda Shaaboottii ijaarsi Mana Barumsaa Bu'uura Boruu jalqabeera!.
23/06/2022

Guyyaa 16/10/2014
Aanaa G/dhamoolee Ganda Shaaboottii ijaarsi Mana Barumsaa Bu'uura Boruu jalqabeera!.

B/sota Aanaa Goobbaa haala kanaan boondii qr. 56,000 oliin bittameera.
20/06/2022

B/sota Aanaa Goobbaa haala kanaan boondii qr. 56,000 oliin bittameera.

20/06/2022

Address

Bale
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Barnootaa Godina Baalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share