Tuni tami

Tuni tami ๐Ÿ’ฏโค๏ธI love you my momโค๏ธ๐Ÿ’ฏ
๐Ÿ‘‰For everything say Alhamidullila๐Ÿคฒ
๐Ÿ’ฏ๐Ÿ•Š๏ธ๐ŸŒด๐Ÿ‘† Thank you My Allah ๐Ÿ‘†๐ŸŒด๐Ÿ•Š๏ธ๐Ÿ’ฏ

โ“๏ธKana beeytuu laataโ‰๏ธ๐Ÿ’Ž Umar Abdulhakim ๐Ÿ’Ž Rapi Man ๐Ÿ’Ž Umaroo ๐Ÿ’Ž Boss ๐Ÿ’Ž Gaan๐Ÿ’Ž Kochi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Maqaa kuuni hundi kiyya. Abba ki...
19/06/2026

โ“๏ธKana beeytuu laataโ‰๏ธ
๐Ÿ’Ž Umar Abdulhakim
๐Ÿ’Ž Rapi Man
๐Ÿ’Ž Umaroo
๐Ÿ’Ž Boss
๐Ÿ’Ž Gaan
๐Ÿ’Ž Kochi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Maqaa kuuni hundi kiyya. Abba kiyya fi Haati tiyya kani naa baasaniin alaa kuuni hunduu yaadanoo maata isaani fi iddoo itti naa mogaafaman qabuu. Yoo isinitti tolee tokko tokkon isiini hima. wantii sirra eegamuu kana naa ibsii jeete comment godhuu qofa

Horaa bulaa dagaagabro koo baga guyya kanan rabbiin si gahee.Hiriyoota koo du'a'i itti roobsa Rapi Man
17/06/2026

Horaa bulaa dagaaga
bro koo baga guyya kanan rabbiin si gahee.
Hiriyoota koo du'a'i itti roobsa

Rapi Man

Mee du'a'i naa godhaa karaatu naati dheeratee๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐ŸคฒRabbii kiyyaa wani hundayyuu simatuu namaf taasisaa ani kayyoo ...
13/06/2026

Mee du'a'i naa godhaa karaatu naati dheeratee
๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข

๐ŸคฒRabbii kiyyaa wani hundayyuu simatuu namaf taasisaa ani kayyoo kiyyatti gahuu dadhabee atti naa gargaari๐Ÿคฒ

โœจ๏ธYaa Rabbii kiyya gahe nani jedhi
๐Ÿ’”Hawwi fi kayyoo kiyya in beektaa naa taasiisii
๐Ÿ˜ขYoo ani kararra badee jiraadhe kararratti naa deebisi malee kayyoo kiyya abjuu goote narra hin hambisiin.

beeytu laata????
09/06/2026

beeytu laata????

๐Ÿ˜Teelef waa fayyadamna qaata keessa alaan nuu geeteโœ…๏ธAwwalayyuu kaa birri 2tin itti jiraa
08/06/2026

๐Ÿ˜Teelef waa fayyadamna qaata keessa alaan nuu geete
โœ…๏ธAwwalayyuu kaa birri 2tin itti jiraa

Silaa oloolli boota qabatee ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ…๏ธ 1. Abba keenyaa Abbichuu gufachisaa tureeโœ…๏ธ 2. Perezidaantiin keenyaa Shimali...
08/06/2026

Silaa oloolli boota qabatee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ…๏ธ 1. Abba keenyaa Abbichuu gufachisaa turee
โœ…๏ธ 2. Perezidaantiin keenyaa Shimalis Abdisaa gufachiisa turee
โœ…๏ธ 3. B/B/G/B/B Obbo Jasroo Boruu gufachisaa turee.

โœ…๏ธ Kanafuu;B/B/A/D/ Qaachan Obbo Xahir Yaasin attis misooma hojachuu itti fuufu qabda.
๐Ÿ˜ waani gaari kolfaani bira kuutun waa Baay'ee milkeessiti.
๐Ÿ’”Oduu jala deemun misooma dubbati harkistii, Warroota oloola hararsaniif karaa bantii, Hawaasa wareersiiti fi kkkf fiidi.
Kuuni yaada dhunfaa kiyyati akka naati fakkateeti.
yoo balleesse naaโœ…๏ธ
ลชm Wรฎth Bรธss

Madda Gammachuu kee fi Gahumsaa Galmaa Kaayyoo keeti yoomiyyuu hin irraanfatin. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ“Jeecha kee eeggadhu , gocha...
08/06/2026

Madda Gammachuu kee fi Gahumsaa Galmaa Kaayyoo keeti yoomiyyuu hin irraanfatin.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ“Jeecha kee eeggadhu , gocha kee ta'aa
โœ“gocha kee eeggadhu amala kee ta'aa
โœ“Amala kee eeggadhu galma kee ta'aa
โœ“galama kee eeggadhu seenaa kee ta'aa
โœ“seenaa kee eeggadhu dhalootaaf ta'aa
โœ“seenaan lubbuu qaba....''
nagahaa oolaa@

Akka  dhunfaa kiyyatti yaada kiyya ibsaadhee.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Namni biyya bulchuu yoomillee wani jaala hasawamuu hin dha...
08/06/2026

Akka dhunfaa kiyyatti yaada kiyya ibsaadhee.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Namni biyya bulchuu yoomillee wani jaala hasawamuu hin dhabamuu.
Garuu
Namnii hawasaa bulchuu awwalumayyuu step tokko hawasaa dursee argamuu qaba.
Kanafuu ani akka yaada kiyyatti dubbii amma midiyaarra deema jirtuu tanaa jala deemu irra dhisuu wayaa.
Ijoolleen amma wani hundaa godhuun akka beekumsaa guddatti qabatee wani deema jirtuuf, midiyaan maali akka ta'ee, akkamitti akka fayyadaman, wani ani gadidhisuu kunii eenyu eenyutu argaa beeku, fi kkkf hangaa isaan midiyaa keessa turani addan baafataniitti jala deemanii akkana godhuu fayidaa qaba naati hin fakkatuu akka dhunfaa kiyyatti akkana jedha.
isiin hoo maali jeetu hawaasni Aanaa Daawee Qaachaan.

Address

Sof Umar
Robe

Telephone

+251930722854

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tuni tami posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Tuni tami:

Share