14/12/2021
Umaataa qeelloo umaani kenyaa magaalaa qeelloo rakinaa hamaaf saxilama jiraa gejiba, ibsaa fi Network dabalatee bayyee rakina hamaa kessaa jiraa umataa nagaati maqaa shanee jedhuu mogasuun namni dhukubsatee akka yaala hin arganee tahee du'aa jiraa akkan qubaa qabutii umaanii utuu qabuu dhabe wan nyatuu dhabee bela midhama jiraa bulchisaa annaa ebantuu umaataa kana irraatii dabaa hin jiree hojechisa jiraa malloo umataa kanaf sagalee haa tanuuu dhihoo kana motumaa network ugure umataa fuxa turee kan qeelloo adumaati bayyee midhamee amaa amaati networkis tahe ibsaan ilee akka hin jiruu jiratonii nuf himaan rakina umama jiruu kanaf motumaa osoo hin tanee bulchitoni annaa sana yomiyuu itii gafatamtuu waqniis senanis sin gafaataa