Kello Ahmed

Kello Ahmed Giving information about education

Yaallee hamma dandeenyu kana caala maal goona xinnaas gabbarre guddaa jedhe Haaceen!
17/09/2022

Yaallee hamma dandeenyu kana caala maal goona xinnaas gabbarre guddaa jedhe Haaceen!
















17/09/2022

TUFFII DAANGAA DABRE..!

Gaafiin ijoon Oromoon dhabbata SAFARICOM gaafate hanga ammatti deebii dhabe..

1, Bulchiinsa irratti harka 40% saba guddicha Africa kan tahe Oromoof akka malu.

2, Raabsan qilleensa fi Sim card guutu Oromiyaa Oromoo fi dhabbata Oromoo tahu akka qabu.... 29 jira.. 29nu Oromoo akka tahan.

3,Beeksifni dhabbata SAFARICOM qixe Zaleman communication ykn sani oliitti nama Oromoo fi dhabbata Oromoon tahu akka qabu..

4, Ilmaan Oromoo carraa hojiif iyyatanii eenyummaa isaanii qofaaf keessa dhiibaman deebifamanii akka hammatamaniidha.

Gaafii ijoo kaneen 4rn deebisuuf fedhii akka hin qabne yaalii ji'a 1 fi torbaan lama oliif godhameen mirkaneefachuu isa ibsa isaa keessatti ibseera!

Kanaafuu Oromoon haqa isa kadhatee osoo hin taane falmatee akka deebifatu seenaan kalee ragaa dha...
Ilmaan Oromoo yakka olaana dhabbanni SAFARICOM itti jiru kana dura dhaabachuun fedhii osoo hin taane dirqama hunda keenya tahuu beekuudha qabna.













šŸ“HHangaasuu WadoWHangaasuu Wado

Ogeettii Fayyaa shamarran sababa laguutiin barumsarraa akka hin hafneef dhama'aa jirtu======================Dr. Daraartu...
17/09/2022

Ogeettii Fayyaa shamarran sababa laguutiin barumsarraa akka hin hafneef dhama'aa jirtu

======================

Dr. Daraartuu Nagaash yunvaarsiitii Salaaleetti Barsiistuu Fayyaa yoo ta’an, Hospitaala ispeeshalaayizdii Yunvarsiitii Salaaleetti ammoo hakiima waliigalaati.

Bara darbe daawwannaan manneen barnootaa naannoo isaaniitti taasisan hojii amma jalqaban kanaaf ka’umsa akka ta’eef dubbatu.

ā€œBara darbe manneen barnootaa muraasa deemeen ilaale. Barattoonni shamarran barnoota irraa ni hafu. Keessumaa baadiyyaatti sababni shamarran barnootarraa ittiin hafan hedduudha. Sana dura shamarran yeroo waan laguu ittiin eeggatan (Moodasii) argachuu dhaban rakkoodha jedhee yaadee hin beeku ture,ā€ jechuun hubannoo duraan qabdu ibsiti.

https://bbc.in/3xvDrtQ

Naayijeeriyaan qaama saalaa harree alatti ergamuf ture buufata xiyyaaraa irratti to’achuu beeksifte.=============Tajaaji...
17/09/2022

Naayijeeriyaan qaama saalaa harree alatti ergamuf ture buufata xiyyaaraa irratti to’achuu beeksifte.

=============

Tajaajilli Gumuruuka Naayijeeriyaa qaama saalaa harree biyya alaatti ergamuuf ture 7,000 to’achuu beeksise.

Akka qondaaltonni biyyattii jedhanitti, qaamni saalaa harree kun magaalaa biyyattii jiddugala daldalaa kan taate Leegoos irraa gara Hoong Koong ergamuuf ture.

Qaamni saalaa harree kun bakka 16tti saamsamuun kutaa al-ergii beeladootaa keessatti argamuu to’ataan gumurukaa buufata xiyyaaraa Murtaalaa Muhaammad, Saamboo Daangaalaadimaa ibse.

Fooliin meeshaa saamsame keessaa isaaniitti dhufe aanga’ootatti shakki akka ume himan.

Qaamni beeladaa alatti ergamuuf ture kunis kan Naayiraa miiliyoona 20 ykn dolaara 478,000tti tilmaamamuudha jedhameera.

Namni meeshaa kana waliin hidhata akka qabu shakkame miliquun himame. Seerri Naayijeeriyaa qaama harree biyya alaatti ergu ni dhorka.

Odeessaalee gara biraa argachuuf marsariitii keenya https://bbc.in/3RI2Ec3 milladhaa.

Suuraa- Getty images

BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, Odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa.

14/09/2022

Qeerroon hiriira bahee gaaffii Mirgaa gaafannaan, itoophiyaan hidhaa fi barnoota irraa ugguruun deebii laatteef.
Hiriira irraa gara dhakaa darbachuutti tarkaanfannaan Rasaasaan mataa facaaftee deebii kenniteef. Amma dhakaa darbachuu irraa tti tarkaanfannaan, Itooohiyaan watwaatuu hin qabdu.
OROMOON ITOOPHIYAA WAJJIN AMAARINYAAN DUBBATEE WALIIGALUU HIN DANDA'U.
Oromiyaan Biyya!

12/02/2022

Professor Mararaa Guddina Gargarsaa Artistii Keenyaa Zarihuun Wadaajoof kumaa sadii gumachee jiraa.atii yoo?

11/02/2022

Inbox
Dubartii (Dhalaa) Foon qabduu naa feesisaa 🤣 Sababnii maalii šŸ™‰

11/02/2022

Inbox
Dubartii(Dhalaa )Foon qabduu naa feesisaa 🤣 Sababnii maalii šŸ™‰

06/09/2021

Bole Campus is the first RVU campus that started offering post-graduate programs in various disciplines. It served as a springboard for the expansion of postgraduate programs to other RVU campuses.

Bole campus is still playing an exemplary role of inspiring other campuses by undertaking timely research under the theme ā€˜Social Dev’t towards sustainable Dev’t Goals’.

Invited guests from Head Office, RVU campuses & other stakeholders were in attendance.

Address

Sabiyan

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kello Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kello Ahmed:

Share