ILMA G³

ILMA G³ Student of wallaga university

Mee gaaffii kana deebisa 🙆🙆🙆😁😁😁
14/01/2026

Mee gaaffii kana deebisa 🙆🙆🙆😁😁😁

 :Akka naannoo keesaniitti maqaan firii kanaa maal jedhama nami dursee deebise badhaasa qaba ✍️✍️
03/01/2026

:
Akka naannoo keesaniitti maqaan firii kanaa maal jedhama nami dursee deebise badhaasa qaba ✍️✍️

balaa Tiraafiika Ammallee Galgala Kana Gaafa Guyyaa 24/04/2018ti Naannoo saati 11:30 Godina Gujii aanaa Adoolaa Reeddee ...
02/01/2026

balaa Tiraafiika Ammallee Galgala Kana Gaafa Guyyaa 24/04/2018ti Naannoo saati 11:30 Godina Gujii aanaa Adoolaa Reeddee iddoo Addaa bunnaqa jedhamutti Konkolaata Minibasi Magaalaa Adoolaa woyyuu irraa Gara Magaalaa Nageellee Imalaa jiru Uumamen lubbuun Nama 4 Achuma Baate jedha Yaa Waaqa Bayaaf Gala Kolbaa Teenna Eegii 😭😭😭

AJAA'IBA🤔Kan Bofaa osoo jennuu Jawween Lolloqaa dhufee jedhan! Oduu biyya alaa osoo dinqiisiifannuu asii dinqiisisaan dh...
28/12/2025

AJAA'IBA🤔
Kan Bofaa osoo jennuu Jawween Lolloqaa dhufee jedhan! Oduu biyya alaa osoo dinqiisiifannuu asii dinqiisisaan dhalate kunoo
Mucaan suuraa irratti argitan kun magaalaa Dambii Dolloodha ka'uun konkolaataa deddeebisa uummata jala isaatti sibiila konkolaatichaatti rarra'uun deemsa KM 600 deemuun nagaadhan gale. Mucaan kun umrii 10 kan ta'uu halkan sa'aatii 10tti yeroo konkolaataan magaalaa Dambii Dollooti bahuu dhokate jalaan konkolaatatti rarra'uun deemsa jalqabee yeroo magaala yeroo ga'u namoonni sagalee dhaga'uun gaafa konkolaataa dhaabanii ilaalaan mucaa kana arguu danda'anii jiru.
waan Ajaa'ibati Dhiira garaa kutate bishaan raafuutu Gabbisa jedhan
Bula Kitesa Gonde Follow godhaa ✍️♥️♥️♥️

25/12/2025

MEE XIIXALIYI ITTI YAADI DEEBISI SIRRESSI BARRESSI
OOLLAAW

Mee herrega kana hojjadha✍️✍️🙆
25/12/2025

Mee herrega kana hojjadha✍️✍️🙆

24/12/2025

Big shout out to my newest top fans! Badru Tahir

09/11/2025

Obboleessi abbaa abbaa keeti siif maal siif te'a ❓❓❓

Oduu Gammachiisa Uummanni Godina Gujii fi  Aanaa Waadaraa baga Gamaddan!!💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💫💫💫💫💫💫💫💫🗯🗯🗯🗯💭💭💭💭Garee Kubbaa Miilaa A...
27/08/2025

Oduu Gammachiisa Uummanni Godina Gujii fi Aanaa Waadaraa baga Gamaddan!!
💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💫💫💫💫💫💫💫💫🗯🗯🗯🗯💭💭💭💭
Garee Kubbaa Miilaa Aanaa Waadaraa taphaa Shaampiyoonaa Gareewwan Kubbaa Miilaa Sadarkaa Oromiyaa marsaa 23ffaa Magaalaa Baatuutti taphachaa tureen Ramaddii ofii keessaa sadarkaa 1ffaa xumuruun Gara Liigii Oromiyaatti guddachuu isaa Mirkaneefate jira.

Garee Kubbaa Miilaa Aanaa Waadaraa Shaampiyoonaa Gareewwan Kubbaa Miilaa Sadarkaa Oromiyaa marsaa 23ffaa Garee 45 hirmaachise Magaalaa Baatuutti gaggeeffama ture keessaa Ramaddii ofiirraa Qabxii 10 fi Goolii 5 yoo galmeessan, tapha sadii ijifachuun tapha tokko qixa bahuun sadarkaa 1ffaan Bahuun gara Liigii Oromiyaatti ol guddachuu isaanii mirkaneeffatanii jiru!🦾💪💪

Waadarri Waadaa Hin Nyaattu Baga Gamaddan baga Gamannee Congratulations Ilmaa Teenna!!

Waadaraa Mataan Oluma !!

01/07/2025

😁😁😁🙆💯

03/03/2025

Magaalaan sa'atii 24fi magaalaa guddoo ethiopia taate _________________❓❓❓😁

Ilma Oromooti Umuriin isaa 24 Jamaal Billataa Jedhama. Kutaa Ameerikaa “ Iowa “ Magaalaa “ Sioux City “  jiraata. Kamisa...
25/02/2025

Ilma Oromooti Umuriin isaa 24 Jamaal Billataa Jedhama. Kutaa Ameerikaa “ Iowa “ Magaalaa “ Sioux City “ jiraata. Kamisa 20/2/2024 A.L.A gara galgala saatii 11:08 magaalaa keessa daandii cinaa hiriyaa isaa woliin deemaa ture.

Namni maqaan Jonaaz Maaldoonaadoon jedhamu konkolaataa oofa gara Jamaal Billataa fi hiriyaa isaa dhiyaatee konkolaataa isaa daandii wodhakkaa dhaabee irraa bu’ee Jamaal Billataa araba sanyummaatiin arrassuu jalqabe jechoota worra gurraayyee arrassanuun arrassuu jalqabe duubarra qawwee baasee itti dhukaasuu jalqabe. Dhukaasa shan dhukaasee Jamaal Billataa mormaa fi Ciqilee dhohe. Jamaal Billataa dhiigi irraa lola’aa diqqoo fiige jige. Hiriyaan isaa ammoo dandamatee karaa biraa fiiga baqate. Jonaaz Maaldoonaadoon ammoo konkolaataa seenee oofaa baqate. Namoonni waan Kana dhaggan 911 bilbiluun eeruu poolisiif kennane.

Poolisiin Hordoffii cimaan nama gocha kana raawwate naannoo sa'aatii tokkotti kiiloo meetira 35tti karaa saffisaan oofanu sa'aatii tokkotti kiiloo meetira 100 ol oofuun shakkamaa Jonaaz Maaldoonaadoon ari’uudhaan to'annaa jala oolchaneeru. Qawwee harkaa [ Shuguxii ] G***k 43 teessoo konkolaachisaa jalatti dhaggameera. Himannaa ijjeechaa, eeyyama malee hidhatee deemuu, yakka cimaa irratti hirmatamaa adoo jiruu haleellaa kana raawwachuu, ifi eeggannoo malee qawwee fayyadamuu, yakkamaa te’ee qawwee qabachuu fi yakka hedduutiin mana hidhaa “ Woodbury County “ seeneera.

Jamaal Billataa eega Hospitaal seeneen duuba lubbuun isaa dabartee jirti. Maatii fi firoottaaf jajjabinna hawwina.

Address

Gujii Bahaa
Shakiso
02

Telephone

+251921887240

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ILMA G³ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share