Baatii Q.Yaatanee.

Baatii Q.Yaatanee. Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Baatii Q.Yaatanee., College & University, �, Shakiso.

19/05/2023

Thank you for your interest in joining the Oromo Legacy Leadership & Advocacy Association. OLLAA Membership is open to all who understand how important it…

Baga injifattee
13/05/2023

Baga injifattee

13/05/2023

Gujiin dideera

14/04/2023

Baga guyyaa yaadannoo fannifamuu gooftaa keennaa iyyeesuus kiristoositii geettan.

12/04/2023

GGB Nageellee Gujiiti.

09/04/2023

Bulchiinsi Magaala Nageellee Gujii , Aanaa Liibaan , Aanaa Gumii Eldaalloo Godinaa Gujii bahaati.

09/04/2023

Gujiin Wooyyuu Woyyuu diigan diigamunis hi jira hin dedhina qofa.

Biyya Guutuu keessaa nama tokko qofa malaammaltummaan shakkitanii sadarkaa Paarlaamaatti dhiyeessitanii hanna balleessit...
09/04/2023

Biyya Guutuu keessaa nama tokko qofa malaammaltummaan shakkitanii sadarkaa Paarlaamaatti dhiyeessitanii hanna balleessituu?

Maal namni kuni xayyaara hatee?

Warri markabaas jiraaf jedhe.

Hannaafi saamicha biyya tana keessatti xiqqeessuuf bifa wal fakkaatuufi labsii walootiin itti deemuudha malee ummata sagalee gayaa iyyuuf sadarkaa biyyaatti hin qabne barbaaduun keessaa itti duuluun biyyaaf faaydaa hin qabu.

Hattoota daangaa Biyyaatti argaman qofa osoo hin taane warroota ollaa 4kiiloo jiranis nagaya gaafadhaa malee, santu hanna irratti qabsaayaa jiraachuu keessan mirkaneessaa!

ilti Bulee Horaa argite akkamitti worraa Finfinnee dhagguu dadhaddi!!??

09/04/2023

Worraa Nageellee Hidhamuu jiru kana yoo isaan woo te'an ka gaafatamuu qabu qaama dhiisee biraa baqatee te'uu qaba.

09/04/2023

Worrii Lolaaf dhikkifatuu kun waan durii hin qabaatu koyi?!

Address


Shakiso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baatii Q.Yaatanee. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Baatii Q.Yaatanee.:

Share