Abdurezak Gabi Hasan

Abdurezak Gabi Hasan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdurezak Gabi Hasan, College & University, Shashemene.

10/01/2026
10/01/2024

Kufaatii kamuu riqicha milkaayinaa taasifadhu malee carraan laatiniifi!

"Qabxiin olaanaan intalli keenya galmeessite firii hojii cimaa isheeti" - Maatii Barattuu Hanaan.Maatiin barattuu kutaa ...
10/10/2023

"Qabxiin olaanaan intalli keenya galmeessite firii hojii cimaa isheeti" - Maatii Barattuu Hanaan.

Maatiin barattuu kutaa 12ffaa Hanan Najii, Haati ishee Aadde Shikuriyaa Shifaa fi Abbaan ishee Obbo Naajii Ahmad intalli isaanii qormaata seensa University kutaa 12ffaa bara 2015 irratti qabxii 649 galmeessisuun akka biyyaatti tokkoffaa ta'uu isheetti gammachuu guddaatu nutti dhaga'ame jedhan.

Bu'aa hojii cimaa ishee kana argachuu isheetiif baay'ee akka boonanii fi itti gammadan bifa suuraa irratti argitan kanaan gammachuu isaanii ibsatan.

Yaa rabbi umrii nuuf dheeressi bakka bu'aa leenca gooticha haaji hasan gammadaa,Aalima keenya shek habiib leencaa,beekum...
22/09/2023

Yaa rabbi umrii nuuf dheeressi bakka bu'aa leenca gooticha haaji hasan gammadaa,Aalima keenya shek habiib leencaa,beekumsa qofaa miti kennaa aklaaqa uumamaafii hayyummaa uumama ka yoo dubbiin takka afaan isaaniitii baate bakkumatti onnee ilma namaa seentu kan kennamaniidha!,Akkasumas gama da'awaa fi tokkummaa hawaasummaa ilaalchisee waan woggaa 5,hin caalle keessatti jijjiirama,woggaa hedduun hin madaalamne nama mul'iseedha,Nama dhugaa jirtu mul'isuu irratti Aadaa wollaalaa kuffisuu irratti,sababa jaalala ilma namaaf tasa duubatti hin deebineedha.waayee isaanii hunda ibsuuf usuu hin tahin akkuma dhandhamtaniifii wol,beektaniif,horaa bulaa!.

Yeroo dhalli namaa adunyaa tanarra jiraatu cufti walitti deebi'ee wal dorgomutti atimmoo hiriyaakee ollaakee fi qaama mu...
13/09/2023

Yeroo dhalli namaa adunyaa tanarra jiraatu cufti walitti deebi'ee wal dorgomutti atimmoo hiriyaakee ollaakee fi qaama muraasa waliin wal dorgomta yoo ta'e ati ammam fiigduyyuu qixa warra ollaakee hin dabartu . Namni ollaasaa fi hiriyaasaa qofaan dorgomu, dorgommii keessa jira odoo hin taane afuura inaaffaatu isa keessa jira .

10/09/2023
Qalbii qulqulluudhaan Ergamaa rabbii irratti salawaata buusaa((S A W))✍️❤️    !                              Abuu Ajaa'i...
08/09/2023

Qalbii qulqulluudhaan Ergamaa rabbii irratti salawaata buusaa((S A W))✍️❤️


! Abuu Ajaa'ib with Abu selman sh/Jibril Husen@sh/
Emadudin Muhammed muhemad Amin Amalo@ Far Husen @ Ibsa Adam A!kedir Qebata&Ahmed nuguse! in imamu Al shafi'e college!.

Imaamul-bukaarii haadhatu guddise!                            imamushaafi,iyyii haadhatu guddise!                       ...
07/09/2023

Imaamul-bukaarii haadhatu guddise! imamushaafi,iyyii haadhatu guddise! Imaami Ahmadin haadhatu guddise! Haafiz ibnu hajar obboleettitu guddise! Ibnu teeymiyaa haadha maqaan isii teymiya jedhamtutu guddise,ish*tu gorsa kennaaf akkasumatti isiidhaan beekame! Imaam ibnu baaz haadhatu guddise! Dubartiin biqilchituu dhiiraati!Dubartiin yoo tolte manaafii hawaasnis ni tola yaa rabbi dubartoota teenya nuuf tolchi!

Address

Shashemene

Telephone

+251964817051

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdurezak Gabi Hasan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abdurezak Gabi Hasan:

Share