Rozii abdella

Rozii abdella Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Rozii abdella, College & University, M/wakkanaa, Shashemene.

09/11/2025

Qabi irratti..!!

Magaaloonni seena qabeessa ta'an kan Oromiyaa Finfinnee Dirree Dhawaa Harar moyyaalee guutuun Walloon Jijjigaa matakkaal fi Walloon yeroon isaan Oromiyaa jalatti deebi'uu qaban amma ta'uu hayyoonni Oromoo fi ummatni Oromoo gaafatan! Kana jachuun magaaloonni Oromiyaa fi lafti Oromiyaa yeroo kanatti deebi'uuf hiree guddaan akka jiru fi qabsoon ummata Oromoo guddoon magaaloota Oromiyaa mirga abbaa biyyummaa sarbame irratti Oromoon akka mirga Abbaa biyyummaa isaa mirkaneeffatuudha. Kana malees ummatni Oromoo lubbuu qaalii qeerroo wanti jijjiirama kanatti gabbareef mirga abbaa biyyummaa Magaaloota Finfinnee Dirree Dhawaa Harar moyyaalee guutuun Walloon Jijjigaa fi Matakkal Oromiyaa irratti mirkaneeffachuuf akka ta'e yaadachiisuun MM Abiy Ahmed Alii fi Pirezidaantii Shimallis Abdiisaa akka carraa amma jirutti fayyadamanii Magaaloota Oromiyaa deebbisan hayyoonni Oromoo fi ummatni Oromoo gaafataniiru!

Gaaffiin kun yeroo aangoo wareegama Qeerroon dhufte harka Oromoo jirtu kanatti deebii argachuu qabdiin jachuun dhaamsa hayyoonni Oromoo fi ummatni Oromoo biyya keessafi biyya ormaatii dhaamaniidha!!

Magaaloota Oromiyaa Finfinnee Dirree Dhawaa Harar moyyaalee guutuun Walloon Jijjigaa fi Matakkal nuuf deebisaa!! 🙌 🙂 godhaa!!

09/11/2025

Waliin Kalleessii hardhaa hin ta'u – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 8f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

14/03/2025

With Kalleessii hardhaa hin ta'u – I just got recognized as one of their top fans!

14/03/2025
18/02/2025

"Milkaa'inni Filannoodha" kan John C. Maxwell barreesse irraa barumsa ajaa'ibaa 10 kunooti:

1. Milkaa'inni Ilaalcha Gaariin Jalqaba
Ilaalchi gaariin bu’uura milkaa’inaati. Akkaataan qormaataa fi carraa itti ilaaltu bu’aa kee irratti dhiibbaa guddaa qaba.

2. Mul’ata Ifa ta’e horachuu
Milkaa’inni kan oofu ifa ta’uu dha. Mul’ata ifa ta’e waan galmaan gahuu barbaaddu hundeessuun kallattii fi xiyyeeffannoo siif kenna.

3. Itti Gaafatamummaa Dhuunfaa Fudhachuu
Milkaa’inni dhumarratti filannoo dhuunfaa ti. Gochaa fi murtoo keetif itti gaafatamummaa fudhachuun egeree kee to’achuuf humna siif kenna.

4. Galmoota Addaa, Safaramuu Danda’an Kaa’uu
Galma ifa ta’ee fi safaramuu danda’u kaa’uun milkaa’ina hordofuu kee keessatti xiyyeeffannoo, kaka’umsaa fi itti gaafatamummaa akka qabaattu si gargaara.

5. Walsimachuun Murteessaadha
Yeroo booda carraaqqiin wal irraa hin cinne gochuun bu’aa argamsiisa. Milkaa’inni darbee darbee carraaqqii dho’uu osoo hin taane, tarkaanfii dhaabbataa fi naamusa qabuudha.

6. Kufaatii irraa baradhu
Kufaatiin milkaa’inaaf waan hin oolledha. Kufaatii akka carraa barumsaa fooyya’iinsaa fi guddinaaf barumsa gatii guddaa qabutti hammachuu.

7. Namoota Sirriitiin Of Marsi
Namoonni ati waliin wal qunnamtu milkaa’ina kee irratti dhiibbaa guddaa qabu. Namoota dhuunfaa gaarii, si deeggaran, fi milkaa’oo ta’anii fi si kakaasan fi si qormaata ta’aniin of marsi.

8. Barnoota Umurii Guutuu Barachuuf Waadaa galuu
Milkaa’inni guddina itti fufiinsa qabu gaafata. Barumsa umurii guutuuf of kennuunis jijjiirama wajjin wal simsiisuu, dandeettii kee babal’isuu fi damee kee irratti dursitee akka turtu si gargaara.

9. Yeroo Bulchuun Furtuudha
Namoonni milkaa’an yeroo isaanii haala bu’a qabeessa ta’een bulchu. Hojiiwwan barbaachisoo ta’aniif dursa kennuu fi wantoota yaada namaa jeeqan dhabamsiisuun hojii xiyyeeffannoo fi bu’a qabeessa ta’e akka hojjetamu taasisa.

10. Milkaa'ina Argachuuf Namoota Kaan Tajaajiluu
Milkaa’inni bu’aa dhuunfaa qofa osoo hin taane, namoota b

18/02/2025

✒️ Namni dhifama kan
Sii gafatu badii waan
Qabuuf qofa oso hin
Taane jaalalii Kee
Badii sanarra waan
Caaluufi
Kalleessii hardhaa hin ta'u
Fagaannee Galma Hin Geenyee

18/02/2025

Address

M/wakkanaa
Shashemene

Telephone

+251972960887

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rozii abdella posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share