Alamudin Abe

Alamudin Abe Yaa Allah Harmeef Abbaa koof fayyaaf umrii naaf dheeressi,isaan irraayis najaa na baasi....

Murtee Jahan(6) abbaan gadaa arsii dhaddacha guutaati(hara laangannootti) murteesse keessa tokko kunooti👇Fuudhaafi heeru...
13/07/2025

Murtee Jahan(6) abbaan gadaa arsii dhaddacha guutaati(hara laangannootti) murteesse keessa tokko kunooti👇

Fuudhaafi heerumni Arsii akka uumee ganamaatti akka deebi'u. Gabbarri aadaa Arsii miti. Kadhata aadaan, qaraxa raadaan fuudhaafi heerumni akka raawwatu..Muramte.

Jaartiin tiyya meeti😀😀

Alamituu diimtuu tiyyaa(*2)Karameellaallee siif bitaa koottu biyyaa😎🫂🤸
15/06/2025

Alamituu diimtuu tiyyaa(*2)
Karameellaallee siif bitaa koottu biyyaa😎🫂🤸

15/06/2025
29/04/2025

Sirbichi sun kan eennuu tureey?🤔

24/06/2022

Waan hiika hin qabneef jettee sammuu kee hidhaa hunda siif hiiku hin cinqin.cinqamuu keetiin dhibee dabalatta malee haawn haarawa hin uumtuutii!!

13/05/2022

Hamtuuf badduun isin haa dhabdu.
halkan gaarii qabaadhaa!

Qaalii koo!
17/10/2021

Qaalii koo!

Oromiyaa tiyyaa,Oromummaa kiyyaIsin lameenuu hidda qulqulluu kiyyaa!!!
25/06/2021

Oromiyaa tiyyaa,
Oromummaa kiyya

Isin lameenuu hidda qulqulluu kiyyaa!!!

Address

Finfinnee
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alamudin Abe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share