Diamond ethio country

Diamond  ethio country University and collage

24/12/2025

Waliin Jaalalaa malee hin jiraadhu – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 8f deeggaraa olaanaa ta'eera. πŸŽ‰

Waliin Star Media – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! πŸŽ‰
04/09/2025

Waliin Star Media – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! πŸŽ‰

02/09/2025
Waliin Jaalalaa malee hin jiraadhu – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 4f deeggaraa olaanaa ta'eera. πŸŽ‰
22/08/2025

Waliin Jaalalaa malee hin jiraadhu – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 4f deeggaraa olaanaa ta'eera. πŸŽ‰

10/01/2023

Karaa uumamaan qoricha ykn lilmee malee ulfa karoora malee ittisuun ni dandahamaa?

Karoora maatii karaa uumamaa yeroo jennu qoricha ykn lilmee nam-tolchee osoo hin fayyadamin mala ittiin ulfa karoora malee ittisan jechuudha.

Addunyaa kanarratti namoonni miliyoona hedduu tooftaa kana ni fayyadamu. Tooftaan kunis parsantii 100 ulfa karoora malee ittisuu baatus ulfa karoora malee ittisuu keessatti shoora olaanaa taphata.

Mee maloota ittisa ulfa karoora malee karaa uumamaa keessaa muraasa tokko tokkoon haa ilaallu.
1. Bakkeetti dhangalaasuu

Mala kana addunyaa keenya kana irratti namoonni miliyoona hedduu kan fayyadamanidha. Kunis dhiirri tokkoof shamarran tokko yeroo wal-qunnamtii saalaa godhan kan raawwatamudha.
Guutuu isaa dubbisuuf liinkii gadii cuqaasaa
πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎ

https://drnafyad.com/kiniina-ykn-lilmee-malee-karaa-uumamaan-ulfi-karoora-malee-ni-ittifamaa/

08/01/2023

Yaadanno Art usmayyoo m***a irratti
Nuuricha Raaree.

Mee waan ajaa'ibaa laalaa
08/01/2023

Mee waan ajaa'ibaa laalaa

Dubartiin dhiira isheedhaan lolu sirriitti irra jaalatti kan jedhu hangam dhugaadha???
Ana natti hin fakkaatu!!!
Isin mee maal jettu??

05/07/2022

Address

Asphalt
Shashemene
UNZIP

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Diamond ethio country posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Diamond ethio country:

Share