Barnoota Kompitara

Barnoota Kompitara Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Barnoota Kompitara, College & University, Shashemene.

Toora Chaanaalii kanarraa viidiyoolee barsiisoo, viidiyoo bashannansiisafi viidiyoolee haala yeroo, Afaan keenyaan ni argattuutii chaanaalii keenya subscribe,like share gochuun nu jajjabeessaa yaa sab

Celebrating my 5th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉
07/05/2025

Celebrating my 5th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

Yeroo maqaan kiyyaa Aaddee Khuulleen (hadhaa Manaa) Qubeettiin khuullaamu
03/02/2024

Yeroo maqaan kiyyaa Aaddee Khuulleen (hadhaa Manaa) Qubeettiin khuullaamu

Odeeffaannoo Dasaa  Ilkaaniif Akkam jirtu? Kilinikiin Giddugaleessi Yuubdoo jedhamu dhukkuba ilkaanii ilkaan osoo hin bu...
16/12/2023

Odeeffaannoo Dasaa
Ilkaaniif
Akkam jirtu? Kilinikiin Giddugaleessi Yuubdoo jedhamu dhukkuba ilkaanii ilkaan osoo hin buqqisin karaa Saayinsawaan yaalaa jira.
Maarree isinis Odeeffannoo kana firaa fi jaalalloo keessan dhukkubni ilkaanii rakkisu hundaaf daddabarsaatii mudaa ilkaan isaanii hambisaafii.
:- Magaalaa Shaashamannee kutaa Magaalaa Allachee Aanaa Awaashoo Mana Murtii Ol'aanaa Godina Arsii Lixaa gara duubaan karaa abbaa 30 irraa 100M irratti argama.
Bilbila:- 0912091576 / 0910937656

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barnoota Kompitara posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Barnoota Kompitara:

Share