Sedem usen kedir

Sedem usen kedir ennovietian

22/08/2022
03/11/2021

Abu Genemo

Darbee laallaa
03/10/2021

Darbee laallaa

29/04/2021
17/04/2021
17/04/2021

Guyyaan Gootota Oromoo (GGO)n Ebla 15, 2021 Kamisa darbe kabajamee ooleera.

Guyyaa kanaan walqabatee BBC Afaan Oromoo seenaa nama qabsoo Oromoo keessatti adda durummaan ka'u tokkoo iyyaafachuun odeeffannoo bal'aa qindeesseera.

Waa'ee Baaroo Tumsaa iyyaafanne.
Jireenya Ijoollummaa fi Barnoota
'Hiriirrii barattoota yunivarsitiii jalqabaa'
Duula Harargee fi du'a iccitii Obbo Baaroo
Maatii isaa
ABO fi Baaroo Tumsaa,
Kana hunda kana keessaa argattu
👇👇
https://bbc.in/3v1iR0F

16/04/2021
03/04/2021
03/04/2021

***Waraanni mootummaa PP mana uummataa gubuun himame.***

Keelloo: Eebla 3,2021

Wallagga Lixaa ona Ganjii araddaa Lalisaa keessatti waraanni mootummaa PP mana uummataa hedduu barbadeessuun himame.

Gabaasa keenyaan kan mirkaneeffanneen Bitootessa 29,2021 manneen uummata Oromoo 8 ol abiddaan barbadeessuu nuuf gabaasan.

Waraanni PP yeroo gara yerootti manneen uummataa gubuu, ajjeesuu fi yakka sarbamiinsa mirga namoomaa raawwachuu fuulleffannoon hanga har'aa itti fufee jiraachuu gabaasni arganne kun nii mirkaneessa.

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sedem usen kedir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share