Walii malee maal qabna

Walii malee maal qabna please follow me

25/07/2023
Akkam jirta lubbuu jaalaale too fagoo qaaman faagadhule sirra qalbii kooAsaase sitti himure akka na dhageesuuQilleensi j...
25/07/2023

Akkam jirta lubbuu jaalaale too fagoo qaaman faagadhule sirra qalbii koo
Asaase sitti himure akka na dhageesuu
Qilleensi jaalala sibiraa haa geessu
Sirra adda bahu gaafa dhabaaf gammachuus onneen koo Yoomiyyuu simaaf iddoo laati
Ofinaan haasa'a halkaniis gadii ciise waa'ee keetan yaada nyaataf dhuugati dhiise
Fageenyis hammate yanni kee naa darara homtuu addan nuu baasu yoo du'a ta'e male

04/11/2022

Mee waan Waaqoon jedhuu ilaala kolfaan dhumtaan

01/11/2022

Dhageefadha barumsaa guddaa ofii keessaa qaba

29/09/2022

"WALQUNNAAMTII SAALAA YEROO ULFAA"
**********
Wal quunnamtiin saalaa hanga ji'a afuritti haadha ulfaaf mijachuu dhiisuu danda'a. Sababni isaas wayita kana ol guurraan ,tuttufsiisaan fi dadhabbiin waan itti baayyatuuf fedhiin ishee hir'achuu ni danda'a. Garuu ji'a 4-7tti dhibeewwan armaan duratti caqafaman hir'achaa waan deemuuf fedhiin isaani ni dabala. Ji'a 8 hanga dhumaatti gadameessi daa'ima baatu guddaa waan ta'eef haalli qunnamti saalaaf mijachuu waan diduuf feedhii isaanii akka duraa hin ta'u. Walumaagalatti walquunnamtiin saalaa ji'aan hin dangeffamu,jechuun hamma dhibeen hin jirretti walquunnamtii saalaa hanga ji'a dhumaatti hin dhorkamu. Garuu wayita dhibeewwan armaan gadii mul'atan wal qunnamtii saalaa gochuun dhorkaadha.
1. Seenaa ba'uu ulfaa al lamaaf isaa ol yoo qabaatan.
2. Ulfa duraa irratti ciniinsuun osoo hin ga'iin itti dhufeera yoo ta'e.
3. Yoo karaa qaama isaanii dhigni dhangala'e.
4. Yoo bishaan gubbee dhangala'e.
5. Ultrasoundiin ilaalamtee yoo of-kaltiin balbala gadameessaa irra ykn mucaa dursee jiraa yoo ta'e dha.
Garuu qunnamtii saalaa booda yoo dhigni mul'atee fi bishaan gubbee dhangala'e atattamaan mana yaalaa deemuun barbaachisaadha.
Galatoomaa !
Dr. Lammii G

11/09/2022

Address

Oromia
Shashemene

Telephone

+251915187647

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walii malee maal qabna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Walii malee maal qabna:

Share